IRF Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from IRF, Library, DUBAI, Dubai.

01/07/2016

Eegaa obbelewwan keenya kan
dhihoo fagoo,kan biyya kessaf
alaa,kan ARABAAF AJABAA
hunda keysaninu AS WR WB
isinin jechaa dhamsa keyri isinif
dabarsina. Duraan dursine EID
MUBAREK isinin jechaa gara
dhamsa keenyati waliin
haasennu.dhamsi kenyas
warren hordoftota PAGE IRF
(FUula IRE) kan taatanifi kan
ofduraf ta u yaadan hundaf....
1ffa. Shawwal 1 irra eegale
qophin da'awaa ulamaa ota
beekamo biyya kessatifi biyya
alaatin waan itti fufuf PAGE IRF
like akka gotani hordoftan ....
2ffa.da'awichi (gorsi) kan
dhihatu afaan 4 waan ta ef afan
dandeysanin dhagefachufi
dubbisu ni dandeysu.... gosti
afaanichaas
# # AFAAN OROMOO
# # AFAAN AMAARA
# # AFAAN ENGLISH fi
# # AFAAN ARABAA ti dha.
Kanaaf obbolewwan koo diin
kenyaf qabsofne JANNATA
RAHMAAN haabitannu.
3ffa. Namooni irrati hirmaatu
barbaaddan PAGE IRF like
goodhattanii akka irrati
hirmatani gahe diinal islam akka
baatan simanna gariin isin
hawwata PAGE n IRF .
Share goone walif haabeysifnu.
AMAANA DIN KEENYA DHALOTA
ITTI AANUTI HAALA RABBIN
JAALATUN HAADABARSINUU.. ..

01/07/2016

As. Wr. Wb
Ikwaanii ikwatii
Akkam jajjabaattuu
Hundi mu'umintootii
Yoorabbirraa taate
Gargaarsa rabbiitiin
Walaloo gabaabduun
Dhufe qabadheetii
Matadureen ishee
Akka armaan gadiitii
Admii fi remove
BLOCK Left jetti
Waa'ee jara kanaa
Dubbachuu fedheetii
Gurra qirqixadhaa
Nacaqasaa marti(2)
Waan left dubbadhaa
Awwala duraarraa
Waan hedduu namiiteef
Hin aansu boodarraa
Barumsa barachuuf
Kannudhowwe carraa
Waanbiraa hinseehinaa
Left tanaa baraa
Hunduu left jedhee
Geree barumsaarraa
Ilmii meeqaatamtu
Isa jalaa taraa
Duuba kana caalaa
Miidhaan guddaan jiraa
Left ka,ii badi
tanaaf sitti aaraa
Argaa kee hindandayuu
Fuula kiyya duraa(1)
Aduwwii barnootaa
Asii hinbadduu left
Qubema afuri
Laaltu ziqqashuttii
Fuula walligguurtee
Akkamidhaabatti
Yeroo ijaan laaltu
Mskiina fakkaatti
Garuu summii guddaa
Baadhattee adeemti
Hedduu naantaphattee
Bareera sirratti
Lamuu silaa gartee
Hintaphattu nattii
Obboleewwan kiyya
Ikwaanii ikwatii
Akkuma nagoote
Isin gootee leftiin
Barumsa sidhogguuf
Aduwwiin guddittiin
Left jecha tanaa
Eeggadhaa sirriitti(2)
Faayidaas niqabdaa
Garuu baayyee mitii
Garuu dararaantee
Hedduudha cimattii
Garee caffaraafi
Munkaraa irratti
Yoo addi nagodhe
Kashahalabbeen maltiin
Bakka tanaa bahuuf
Furmaanni silaaltii
Hedduu galatoomi
Aairratti lefti(2)
Asinnahaagayuu
Dubbiin left kunii
Waa,ee admiin kaasa
Kanatti aansuunii
Admii kotto admii
Siinjaalla shugaanii
Nama gammachiisa
Hojiinkee martinii
Eesaaf eessaa fiddee
Dhiiraaf shamaraanii
Garee tokkorratti
Walitti qabuunii
Ahkaama shari,aa
Barachuujjirani i
Kanbeeku barsiisee
Wallaalaan baruunii
Biyya garaa garaa
Qaamaan fagaatanii
Biyyummaaf dirummaa
Ifgidduu kaasanii
Haada rabbiidhaatiin
Walitti hidhamanii
Diinal islaam qaalii
Kaddamuujjirani i
Kana hunda tahuun
Sababaa keetiinii
Saniifiin sijaalle
Yaa admii dhugaanii(2)
Admii haqa qabdaa
Sifaarsuudhaan qabaa
Meeqaatu qajeelee
Namni jallaan dabaan
Sababaa kankeetiin
Baratee adaba
Garee keerii dhufuun
Dhiisee garee sirbaa
Addi godhamuudhaan
Dardaraafi durbaan
Barachuuttibjir an
Hunduu walqarqabaa
Aqiidaa qulqulluuf
Suwara ashaabaa
Waakana hundaafuu
Admiidha sababaan
Saniifuu yaa admi
Sijaalachuun qaba(2)
Faayidaan admiidhaa
Hedduudha akkaanii
Asumattiin dhaaba
Garuu ammaaf anii
Qabxiin sadaffaadhaa
Kanatti aansuunii
Meeshaa lolaa rasaas
Removed maqaanii
Remove kanallee
Nan sodaadha anii
Garuu isa malees
Hintaatu dubbiinii
Meeshaa lolaa hamtuu
Ifirraa eeganiin
Tokko tokkoot jira
Jallataa. Jazbaanii
Gareelee barumsaa
Warroonni jeeqanii
Kan lakkisii hinbeeyne
Lakkisi jettuuniis
Isa akkanaatiin
Mataarra bayanii
Fayidaa guddaa qaba
Saniifuu removni
Garee keerii keessaa
Remove walgodhuunii
Xiqqoo haasaa keessa
Walimmufattanii
Wanti kun cubbuudha
Ulfaataa akkaanii
Keerii namaa hinkutin
Fedhii hordofuunii
Rabbiin haasodaannuu
Ikwatii ikwaanii(2)
Qabxiin afraffaadhaa
Inni xumuraatii
Blocki jedhama
Qulfii jawwaalaatii
Faayidaas niqaba
Filmaata abbaatii
Fakkaanyaan siuftuqa
Faayidaa isaatii
Nama tokko tokkoot
Jira ahibbatii
Gosa bilbilaadhaa
Waliiqqabateeti i
Imo fi line
Watsapp buuseeti
Citee bu,ee fuudhee
Raqmii shamaraatii
Minaalbaat barreessa
Garaa olgaleetii
Lakkoofsa save goonaan
Imo fi liniin ofumaafu baati
Okke itti godha
Lapheecdhahacha atii
Eennu siin haajedhuu
Walbarraa mucattii
An sabboonaa oromoot
Atihoo habiibtii
Jedhee dubbii sobaa
Gadi tuula itti
Rabbiin baayyee qabaa
Kantaateef gabrittii
Yeroo kana kunoo
Block booqachiiftii
Faayidaan block
Kana ahibbatii
Saniifuu blockin
Qulfii jawwaalaatii
Qabxiin afrankaase
Akkana fakkaattii
Laaftuutti hillaalinaa
Martuu dubbii lefti
Aduwwii barumsaat
Eeggadhaa hundumti
Hunduu horaa bulaa
Galatoomaa (2)

17/03/2016
17/03/2016

WAJJIN JIRACHUUF
Amaloota 7 kanneen kophummaa fi ko'ummaa irraa bilisa nama godhan-
1.Namusa gaari qabaachuu.
2.Shakkii irraa bilisa ta'uu.
3.Rakkinna uumuu irraa of qoqqobuu ykn of qosachuu.
4.Amala hamilee baldhaa dagaagsuu.
5.Obsa amala godhachuu.
6.Dandettii namootaan walii galuu gaarii qabaachuu dha.
7.Namoota akuma amala isaaniitin itti michomuudha.

Address

DUBAI
Dubai
0919205087

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when IRF posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category