Galma Duba

Galma Duba Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Galma Duba, Government Organization, Borbor, Borbor.

 # Godina booranaa aanaa dhaasti leenjiin lafa dheedumsa oggeeyyii misooma gandaatif keenama jira Dabalataan leenjiin pt...
04/01/2022

# Godina booranaa aanaa dhaasti leenjiin lafa dheedumsa oggeeyyii misooma gandaatif keenama jira Dabalataan leenjiin ptc 3 irraa koree nama 21 hirmachise hubannon gabaabaan oggeeyyiin kenama jira.

Oduu Gammachiisa!!  barnoota 👉 Hojjatoota misooma aanaa dhaas hundaf carran barnoota digirii jalqabaa sagantaa bonaa dhu...
27/12/2021

Oduu Gammachiisa!!
barnoota
👉 Hojjatoota misooma aanaa dhaas hundaf carran barnoota digirii jalqabaa sagantaa bonaa dhufe waan jiruuf guyya Sadii (3) keessatti dhuftan akka galmeefatn isaan beeksifna
Ulaagaa galmee
1. Adabbii namuusa kan hin qabnee ykn yeroo adabbii namuusa isaa kan xumure ykn kan xumurte.
2. maddallii ga'umsa ogguma (COC) level 1-4 kan milkaa'ee ta'u qaba.
3. Tajaajila hojii waggaa tokko fi isaa olii kan qabu ykn qabdu.
4. Ogguma woli hin fakkannee jijjiiruun hin danda'amu fkn animal health gara plant sciencetti jijjiiruun hin danda'amu.
👉Gosa barnoota
1.Animal health nama 1
2.Animal science nama 1
3.Plant science nama 1
4.Natural resource nama 1
Woligalan nama 4
Iddoon galmee wajjira qonnaa aanaa dhaas kuta humna namaa ( kutaa 3ffa)

Address

Borbor
Borbor

Telephone

0919070632

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Galma Duba posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share