Abdiisaa Naaf Tolii

  • Home
  • Abdiisaa Naaf Tolii

Abdiisaa Naaf Tolii Baraa Bilisummaa

31/08/2026
Obboleessi keenya   injiifate jira!Tumsii lammiin keenya godhe Tokkummaa jabduu agarsiisa!!😍congratulations brotherNaaft...
31/08/2026

Obboleessi keenya injiifate jira!

Tumsii lammiin keenya godhe Tokkummaa jabduu agarsiisa!!😍
congratulations brother

Naaftolii Page

31/08/2026
Comment samoona kana Jawar Mohammed barreeffamu tokko tokko yoo Dubbisuu, namoonni isaa comment Barreessan harki caalu J...
31/08/2026

Comment samoona kana Jawar Mohammed barreeffamu tokko tokko yoo Dubbisuu, namoonni isaa comment Barreessan harki caalu Jawar faarse bulaan maqaa garagaraa itti moggaafte

💀 kana malee Jawar isaa yoo xiqqaate waggoota 15n darbaniif fayyaa qabaatee dhisii Dukkubsaateeyyu waan Oromoo osoo hin dubbaatin hin oolle ta.uu kana waan beekan natti hin fakkaatu.

💀Jawar bara 2016 yeroo ilmi isaa jalqabaa (Oromoon) dhalatu bira hin turree. Kuni immo Bashannana deeme osoo hin taane Oromoof dirqama waan sagalee ta'u qabuufi. Akkana yoo jedhu nama baay'ee fudhatamu dhisuu danda'a,

🗿namonni waan yeroo sani ture beekani naa hubatu. Akkasumas dhukkubsatees siree mana yaala irraa ciise Sabaa kanaf sagalee ta'a turee. Jawar sani har'a faarsee bulaa fi ijjoolleen waggoota darban kana facbook fayyadamuu eegaltee "

💀Jawar diina Oromooti keessaatu diina Wallagaatti jettiin". Oromoon hanga lubbuun jirtuu galaata akka siif hin galchiine beekamadha ta'us garu tan Jawar tuni adduma. Jawar osoo Sabaa bira taa'ee yoona 4 kilotti Siidaan dhaabbataf garu waan Oromoo ta'eef keessaatu waan maqaan isaa Mohammed of keessaa qabuuf akkatti ijjoolleen sababaa isaatu Oromoo ta'uu ofii baratee akka hiriyaa ofiitti arabsitti.

🗿Hanga dhugaa Jawar dabalatee seenaan dhugaa namoota aarsaa kaffaalani hin dubbatamneefi kabajaan isaanif maluu hin taasifamnetti Oromoon tokkummaas ta"ee nagaya hin argatuu. Yoo akka kuni hin tanee barbaade hundii keetu seenan dhaloota sii duuba dhufu barsisii! Kanuma dubbin

odeefannoo haqaa yeroo yeroon argachuuf fulaa Facebook Naaftolii Page Follow gochuun hordafaa.

31/08/2026

Apostle polotical prophet Jawar Mohammed

Dinqii dha!

30/08/2026

゚viralシ

"Duuyda harree hin qabnu Kan abbaan arge nutti fe'atu" Jawar Mohammed !Haccee yoomiyyuu seenan sii yaadata!
30/08/2026

"Duuyda harree hin qabnu Kan abbaan arge nutti fe'atu" Jawar Mohammed !

Haccee yoomiyyuu seenan sii yaadata!

Address

Addis Ababa

0000

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdiisaa Naaf Tolii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Want your organization to be the top-listed Government Service?

Share