13/10/2021
Leenjii Ogeeyyii Ragaa Aanaalee Godina Baaleetiif Kenname
Waajjira KMD Godina Baaleetti Uunkaalee Ragaa/Xillannoo bifa haaraan qophaa'ee bara 2014f gadi bu'e irratti Ogeeyyii Aanaalee baadiyyaa 11 fi Magaalota 2 Walumaa galatti Ogeeyyii 13 fi Hojjettoota Waajjirichaatiif leenjiin hubannoo uumuu kennameera.
Kaayyoo Leenjichaa
Ogeeyyiin Ragaa Yeroo gara Yerootti jijijjiramaa/Turnover Baldhinnaan kan jiru waan ta'eef isaan haarawa gara hojichaatti dhufanis ta'e Kan dura turan jijjiiramoota jiran irratti haaromsaa deemuu fi Hubannoo gahaa uumaa deemuun qulqullinna hojii ragaatiif gahee isaanii akka gumaachan gochuu.