Oromiyaa dirree badhadhinaa

Oromiyaa dirree badhadhinaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromiyaa dirree badhadhinaa, Library, Bishoftu, Adama.

09/04/2020

እውነትም እያንዳንዱ ድርጊት ተመጣጣኝ ምላሽን ያስከትላል። የብልጽግና ፓርቲ አመራሮችን ጨምሮ እኔንም በበጎ ድርጊታችሁ አስደንቃችሁናል። በጎነትን እንደ ተቀበልን፣ በጎነትን እያደረግን ነው። 8100 ለሕዳሴው ግድብ፣ 444 ደግሞ ኮቪድ19ን መከላከያ ድጋፍ ለማድረግ ውለዋል። እስከ ፍጻሜው በአብሮነት እንጓዛለን!

Gochi kamiyyuu dhugumaan deebii mataa isaa qaba. Anaanis ta'e hooggantoota Paartii Badhaadhinaa gochaa keessan gaariidhaan nudinqisiiftaniittu. Akkuma gaarummaa fudhanne gaarummaa deebisaa jirra. 8100 irratti Hidha Haaromsaatiif, 444 irratti ammoo -19 ittisuuf hojii irra oolaniiru. Hamma dhumaatti walumaan imalla!

For every action indeed there is a reaction. You acted and inspired me and my Prosperity Party leaders. Now we’re paying it forward. 8100 for - 444 for response. We’re in this together all the way!

09/04/2020

Giiftii dureen Itoophiyaa faarfannaan 'araara kadhatan'
==============================
Giiftii dureen Itoophiyaa Aadde ZInnaash Taayyachewu wayita addunyaan weerara koronaavaayirasiin raafamaa jirtu kanatti faarfannaan araara kadhatan.

Farfannaan kuni kallattiin koronaavaayirasii waliin wal qabatee kan faarfatame ta'uun ibsamuu baatus, "yeroo addunyaan oduu hamaan shororkaawaa jirtu kanatti nu hin dhiisiin," gaalee jedhu walaloo keessaa qaba.

Guutummaa isaatiif 👉👉https://bbc.in/3aRciUA

27/03/2020
23/03/2020
23/03/2020
22/03/2020
16/03/2020
16/03/2020

Address

Bishoftu
Adama
0000

Telephone

0966458626

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromiyaa dirree badhadhinaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category