Anumaa

Anumaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Anumaa, Adama.

02/03/2022

Qasham qarxam waan nu rakkaa
Balaa siin Awwaalamee enyuu
Qabrii bakka arkaa
By Art. Kadiir martuu

Send a message to learn more

12/02/2022
07/02/2022

....

“Sin jaalladha” jedhee
Onnee koo siif banee
Sababa jaalala keef-
Hiriyyoota koo ganee,
Nan miidhama jedhee
Ani hin yaadne takkaa
Siifan weeraree ka’aa
Ani halkan walakkaa!
Jaalala keen lallabaa
Waan garaa keessaa
Nama hunda caaltee
Onneekoo ke’a teessaa
Jaalala kee ibsachuuf
Calliseen guungumaa
Adda baana jedhee
Hin yaadne gonkumaa,
Maal akkan si godhee
Tilmaamuun dhadhabee,
Akkuman si jaalladheen
Si jibbuu jalqabee!
Maaluma narraa feetaa
Waan garaankee yaaduu
Ani jaalala kee maleessaa
Hoomaa sirraa barbaaduu
Achi buutee as buutaa
Amala keen dhadhabee
Akkuman si jaalladhee
Jibbi kees na qaqqabee
Bishaan ichimeen
Abidda bobeessee
Akka kee hin jaallannee
Haadha koo na deessee!
Onnee koorraa kaaseen
Jaalala dhugaa siif qabaa
Gaafan waa'ee kee yaadu
Waan jechaan dhabaa!
Teenyee wal ilaallaa
Dubbii gara boodaa
Cubbuu jaalala koof
Onneenkee nii adoodaa!
Dirqama jaalala keef
Lubbuu dhabuun qabaa ?
Akkamitti onneen kee
Jaalala koof bakka dhabaa ?
Gaaf tokko gaabbitee
Atiyyuu ragaa naa baataa
Waaqni akka kee mitii
Kan siin olii naa laataa!!
Page keenya !

05/02/2022

Guyyaa gaarii qabaadha

04/02/2022

Guyyaan arraa abdii boriiti

04/02/2022

Wanti dubiin hiiku hin dandenyee
Yoo jiraate haada kophee qofa

Address

Adama

Telephone

+251962007095

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Anumaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Anumaa:

Share