Waajjira Abbaa Alangaa Kutaa Magaalaa Mana Abbichuu

Waajjira Abbaa Alangaa Kutaa Magaalaa Mana Abbichuu Equal Justice for All

Gamaggama raawii Karoora waggaa bara 2018 gageeffameen Milkiwwaan argame:   1ffaa. Rawwii Abbootii Alangaa kutaalee Maga...
02/07/2026

Gamaggama raawii Karoora waggaa bara 2018 gageeffameen Milkiwwaan argame:
1ffaa. Rawwii Abbootii Alangaa kutaalee Magaala 12 fi Magaala finfinee keessaa. Abbaan Alangaa Oli Zawdee rawwii Ol'aana galmeessun 1ffa bahaniiru.
2ffaa. Hojjatootaa Humna namaa Kutaalee Magaala 12 fi Magaala finfinee keessaa rawwii Ol'aanaan galmeesisuun Adaanech Kaffaloo 2ffaa.baateeti
3. Akka wajjiraatti Kutaalee Magaala 12 fi Magaala finfinee keessaa sadarkaa 4ffaa.bahuun gama madaallii sadeen Wajjirri Abbaa Alangaa Magaala Shaggar gageesse hundaan milkoofnerra.Milkaa'inni Kun kan Abbootii Alangaa fi hojjatoota hundaa wanta ta'eef baga gammadan

30/05/2026
03/04/2026
14/02/2026

Address

Mana Abichu
Adama
1000

Telephone

+251910172650

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Abbaa Alangaa Kutaa Magaalaa Mana Abbichuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waajjira Abbaa Alangaa Kutaa Magaalaa Mana Abbichuu:

Shortcuts

Share