Birmadu kinati olf

Birmadu kinati olf Oromoon hammaa yoomitti garboomaa?

01/08/2023
20/03/2021

Kun darbamee...

Maal goona hinuma obsinaYoo rabbii jedhee dhugaa Bartokkoo manatti galchiinaaKankeenya kan saanii godhatuDhugaa dubbanna...
02/03/2021

Maal goona hinuma obsina
Yoo rabbii jedhee dhugaa
Bartokkoo manatti galchiinaa
Kankeenya kan saanii godhatu
Dhugaa dubbannan biyyaa kanaa
Safuudha lubbuu galaafatuu
Bareengaddaa yoonallee lubbun jirtaf adawaan keenyaa
Hin fudhatanii isaanoo
Waan goonu dhabnee teenyaa
Lubbuun kee haa jannatu
Malee maal goona
yaa hacee keenyaa😭😭😭😭😭

07/02/2021

WBO KOOπŸ’πŸ’šπŸ’
Haqaa qabeessaa
Ati Abbaa dhugaa
Kanumaaf joorta
Qorraaf aduu dhugaa
Yoomiyyuu sin hawwa nagaa
Simalee hin jaalladhu
Maaltu dhufagaa?

Address

Love Jesus
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Birmadu kinati olf posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Birmadu kinati olf:

Share