Sheikh Jamaal Muusaa

  • Home
  • Sheikh Jamaal Muusaa
Call

Sheikh Jamaal Muusaa Official Page of Sheikh Jamaal Muusaa.
(2)

22/10/2026

✍️Qubaa'a jirraa isinis Rabbi isin haafiduu Baaraka llaahu Lanaa walakum ☝️

18/10/2026

Khuxbaa juma'aa jumaadul-uulaa Guyyaa 05/05/1448/H .

Mana marii Dhimmoota islaamummaa G/H/bahaatiifii  koree Huji Raawachiiftuu Majilsa Aanaa Kombolchaatii waliin qindaa'ani...
16/10/2026

Mana marii Dhimmoota islaamummaa G/H/bahaatiifii koree Huji Raawachiiftuu Majilsa Aanaa Kombolchaatii waliin qindaa'anii yeroo Leenjii hubannoo cimsuu Gaggeessani ☝️

✍️Sagantaa  maaddaa SUNANU SITTAA  tan Shekh Aliyyii fallaanaa barsiisan   imaammanii fii Du'aata  Aanaa Kombolchaa guut...
15/10/2026

✍️Sagantaa maaddaa SUNANU SITTAA tan Shekh Aliyyii fallaanaa barsiisan imaammanii fii Du'aata Aanaa Kombolchaa guutuu irraa walitti dhufanii Baratan irratti argamuudhaan
1 = Leenjii hubannoo Cimsuu'
2 = tokkommaa ulamaa'ii
3 = haala Sassaabbii galii Cimsuu,
waan ja'u irrattii Leenjii bal'aa kanninee jirra .

Majlisa Shekh Usmaan Durrii ziyaaraa  jirra .
13/10/2026

Majlisa Shekh Usmaan Durrii ziyaaraa jirra .

08/10/2026

☝️Yaarabbi nagayaan nubulchitee nagayaan nu'oolchi !
biyyaas nagaya godhi !

06/10/2026

yaarabbi nagaya nugodhii bobbaa fii galaas nagaya nugodhi !!

03/10/2026

Yaarabbi nagayaan Nubulchitee nagaan nu'oolchi ☝️☝️

26/09/2026
✍️Waldayni yeroo gabaabaa tanatti hundeeffame waldayni ( waliif islaamic Orgaanaayizeeshin ) jedhamu Kunoo Qur'aanaa akk...
25/09/2026

✍️Waldayni yeroo gabaabaa tanatti hundeeffame waldayni ( waliif islaamic Orgaanaayizeeshin ) jedhamu Kunoo Qur'aanaa akkattii ilmaan muslimaatiif Raabsaa Dabtaraas kannaa jira !!

Address


Telephone

+251903334436

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sheikh Jamaal Muusaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Want your organization to be the top-listed government service?

Share