15/07/2026
ዛሬ በታሪካዊው የሀገራዊ ምክክራችን ዋዜማ፣ የኢትዮጵያ ታላቅ ወዳጅ የሆኑትን ክቡር ኦሊሴጉን ኦባሳንጆን በጽሕፈት ቤቴ ተቀብያለሁ። በመጪው ሀገራዊ ምክክር ዙሪያ ለመወያየት እንዲሁም ከዚህ ቀደም ካከናወኗቸው ተግባራት ጥበብ ለመቅሰም ችለናል፤ በተለይም የቢያፍራን የሰላም ሂደት በመምራት ያካበቱትን ልምድ አጋርተውናል። ይህም ኢትዮጵያ በምክክር ለምታረጋግጠው አንድነትና ዘላቂ የሰላም ጉዞ ላይ ትልቅ ትምህርት የሚሰጥ ነው።
ኢትዮጵያ ለሚያበረክቱት አስተዋፅኦ ሁልጊዜም የላቀ ምስጋናዋን ታቀርባለች!
Jalabultii Marii Biyyaalessaa keenya seena-qabeessaa kanatti har'a michuu Itoophiyaa guddaa kan ta'an, Pirezdaantii Naayjeeriyaa duraanii, Kabajamoo Olusegun Obasanjo Waajjirakootti simadheera. Marii Biyyaalessaa dhufu kanarratti kan marii'anne yoo ta'u, hojiiwwan kanaan dura hojjetan irraa ogummaa argachuus dandeenyeerra. Keessumaa adeemsa nagaa Biyafiraa hoogganuudhaan muuxannoo kuufatan nuuf qoodaniiru. Kunis adeemsa tokkummaafi nagaa waaraa Itoophiyaan mariidhaan mirkaneessituuf barumsa guddaa kan kennudha.
Itoophiyaan gumaacha olaanaa gatiidhaan hin tilmaamane gumaachitaniif yoomiyyuu galata guddaa isiniif qabdi!
Today, on the eve of our historic National Dialogue, I received Ethiopia's dear friend H.E. Oluṣẹgun Ọbasanjọ in my office to discuss the upcoming National Dialogue and to draw on his wisdom from such journeys, where he shared with us his experience leading the Biafra Peace process. This experience offers a great lesson for Ethiopia’s journey toward ensuring unity and lasting peace through dialogue.
Ethiopia remains profoundly grateful for your invaluable contributions!