First-Africa Then-World

First-Africa Then-World Once you replace negative thoughts with positive ones, you'll start having positive results.

Drop of Tears !
08/09/2025

Drop of Tears !

Guba irraa agarsiisa Dronii
08/09/2025

Guba irraa agarsiisa Dronii

Baga gammanne.
08/09/2025

Baga gammanne.

Carraaqqiin keenya bu’aa akka argamsiisu argineerra. Yoo jabaannee sagaleen akka nu hin dhaabne milkii laga Abbayyaatiin...
25/09/2024

Carraaqqiin keenya bu’aa akka argamsiisu argineerra. Yoo jabaannee sagaleen akka nu hin dhaabne milkii laga Abbayyaatiin arginee jirra. Milkaa'inni biraa Galaana Diimaa irratti mul'achaa jira. Milkaa'inni biroos itti aanee ni argama.

Unity is power
07/08/2024

Unity is power

Itiyoophiyaan waggaatti hanga $3billion (export) al-ergii kan gootu yoo ta’u, waggaatti $23 (import) galti. Hanqinni dal...
29/07/2024

Itiyoophiyaan waggaatti hanga $3billion (export) al-ergii kan gootu yoo ta’u, waggaatti $23 (import) galti. Hanqinni daldalaa(Trade deficit) $20 dha. Baankiin Biyyoolessaa Itiyoophiyaa akka tilmaamutti sharafa alaa Doolaara biiliyoona 3 kan qabdu yoo ta’u, diinagdeen ishee doolaara biiliyoona 23 argamsiiseera. Amma ammoo doolaara biiliyoona 20 dinagdeen maddisiise kana karaa seeraa keessa lafa qabachiisuun barbaachisadha.
Akka yaada kiyyaatti murteen mootummaa sirridha, garuu rakkoo hin fidu jechuu hin danda'u, Waggaa tokkoo fi lamaaf gabaan kun jijjiirama xixiqqoo sharafa alaa irratti fiduu danda'a, garuu sana booda 100% jijjirama fiduu dandeenya. biyyi keenya dinagdee tasgabbaa’aa akka qabaattus mirkanneessa.

Itoophiyaan karaa dargaggootashee fuulduratti yaadaniin abdii qabdi. Sagantaan 'Coders' miliyoona 5 har'a ifatti jalqabn...
23/07/2024

Itoophiyaan karaa dargaggootashee fuulduratti yaadaniin abdii qabdi. Sagantaan 'Coders' miliyoona 5 har'a ifatti jalqabne carraa guddaadha. Dargaggoonni sagantichaan galmaa'uudhaan akka ogummaa argataniifi waraqaa ragaa idil-addunyaa akka fudhatan hundumtuu akka jajjabeessun dhaama.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when First-Africa Then-World posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share