Edalamin Gali

Edalamin Gali Poolisii oromiyaa ittisa yakka
kanan dhaladhe Jimma ,Dedo Sheeki abbakooyi keessatti
Jimma Itoophiyaa Edalamiin(Official)

28/04/2026
25/04/2026
👉𝐁𝐞𝐞𝐤𝐢𝐬𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐐𝐚𝐜𝐚𝐫𝐫𝐢𝐢  Miseensota Haaraa Hawaasa Keessaa Filatee Marsaa 33ffaa Qacaruu Barbaada.        1.Heeraa fi Seera...
25/04/2026

👉𝐁𝐞𝐞𝐤𝐢𝐬𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐐𝐚𝐜𝐚𝐫𝐫𝐢𝐢

Miseensota Haaraa Hawaasa Keessaa Filatee Marsaa 33ffaa Qacaruu Barbaada.

1.Heeraa fi Seera Biyyattiitti Kan Amanu/tu
2.Araada Adda Addaa Irraa Bilisa Kan Ta'e/te
3.Ganda jiraatu irraa Waraqaa deeggarsaa fi Waraqaa Eenyummaa dhiyeeffachuu kan danda'u
4.Wal-Qixxummaa Sabaaf-Sablammootaatti Kan Amanu/tu
5.Amala Gaarii Kan qabu/du
6.Qaama Hirdhuu kan hin taanee fi Fayyaa Guutu kan qabu/du
7.Umrii 18_25 Kan hin Caalle
8.Dhaaba Siyaasaa kamirraayyuu Bilisa kan ta'e/te
9.Sadarkaa Bar.Kutaa 10ffaa fi Isaa Ol kan qabu/du
10.Lammummaa Etiyoophiyaa kan ta'e/te,afaan Oromoo barreessuu, dubbisuu fi dubbachuu kan danda'u
11.Leenjii Erga Xumure Waggaa 7/torbaa/Tajaajiluuf fedhii kan qabu/du ,Bakka Mootummaan Ramadetti Hojjachuuf Fedhii kan qabu/du
12.Yakka Kamirraayyuu Bilisa Kan Ta'ee/tefi Riikaardii yakkaa kan hin qabne
13.Armaan Dura Dhaabbata Poolisii fi Raayya ittisa biyyaatti qacaramee kan hin beekne
14.Kan Hin fuune ykn kan hin Heerumne
15.Dheerina Dhiiraaf 1.65m Dubariif 1.55m kan ta'ee/te
16.Iddoon Galmee Waj/Poolisi/Aanaa/Magaalaa Isintti Dhiyoo jirutti galma'uu danda'u/ssu.Carraa kanatti fayyadamuun abshaalummaadha

27/03/2026

28/02/2026

I got over 20 reactions on one of my posts last week! Thanks everyone for your support! 🎉

30/12/2025

Address

Jimma City
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Edalamin Gali posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category