05/10/2024
Yeroo ammaa kanatti diinni keenya cabuu isii male eenyutu cabseen, dhahamuu isii male eenyutu dhaheen dhimma keenyaa miti!
Biyya 👉 🇮🇱 kana kan rukute yoo fedhe shi'aa yoo fedhe jin-nii haa ta'u dhimma koo miti. Dhimmi koo obboleeyyan koo daguugaa dachee eebbifamtuu weeraraa kan jiru diinni koo dhahamuudha.
Sa'uudiin mootummaa Islaamaa jedhamtullee waa'ee kana xiyyeeffannaa kennuufii dhabuu bira dabartee abadan ani walitti dhufeenyan Iz-ra*el waliin qabu adda hin kutu jettee gaafa farda diinaa taatu, UAE'n kottaa na daawwadhaa jettee dachee isii dachee zin*aa goote, Masriin dabarsite gurgurte osoo jiranuuti dheengadda Afriikaan kibbaa biyyattii sana mana murtee haqaa Idil-addunyaa kan dhaabde.
Maaliree amantaan isaanii maali? Aqiidaan isiiniihoo?
Afriikaan Kibbaa gaafa kana gootu ofiifuu waanjoo warreen dhihaa keessa teesseeti, rakkoon kumaatamni gocha dhiirummaa isii kana hordofee isaan irraa akka isii mudatu hin wallaalles. Garuu kun hundi haqa bira dhaabbachuu irraa duuba isii hin deebisne. Aarsaa mara kaffaluuf qophoofteeti haqa Fil*isx*iin adduunyaa biraa irraa godaane deebiftee kan fidde. Maaliree amantaan isii maali? Aqiidaan isiihoo?
Dhuguma kana gochuun obboloottan keenya Gaz*💪zaa gargaaruufimoo mitiin dhimma of danda'e biraati. Yookaanii akkuma isiin jettu eeyyeeniidha, yookaanimmoo akkuma nuti shakkinu sana deebiin isaa mitii ta'a.
Garuu haleellaan isiin Is*r_a'e*l irratti raawwattu kamillee bu'aa male miidhaa kan qabuu miti.
Diinni keenya miidhamuun, cabuun, kassaruun nu'iif injifannoodha, tokko jedhi.
Lammata ammoo yeroo isiin haleellaa Iraan qolachuufi walumaagalatti dhimmichaan wixxirfattee biizii taatu yeroo arganna. Yeroo kanammoo kalattii hedduun itti fayyadamna. Kanneen keessaa muraasni:
Tokkoffaa
Xiyyeeffannaan isii guutummaan guutuutti waa'ee Gaz💪 zaa qofa akka hin taane waan godhuuf gidiraa obboloottan keenya irratti raawwataa jirtu bifa feetuun qindeessuu akka hin dandeenye isii godha. Lubbuun obboloottan keenya nuuf buluun