Dawit Ketema

Dawit Ketema 👉Kabaja kee irratti wareegami👈
👉Nan fayyadu tanan Nan midhiin.👈
❤️‍🔥God is good everything.❤️‍🔥
☑️Anii oromoodha..! Dubannan yakkamaa.

califnan cubbamaa tanee.

08/03/2026

゚viralシfypシ゚viralシ

Gatii dhiigaa qulqulluu kana enyuutu kanfalaa 😭, wanta bayyee dubbana wanta bayyee beknaas garuu akkati dubbatuf sirnich...
07/03/2026

Gatii dhiigaa qulqulluu kana enyuutu kanfalaa 😭, wanta bayyee dubbana wanta bayyee beknaas garuu akkati dubbatuf sirnichi rakkisadha,, ati dhiigaa qulqulluu kana lafatti hin ballessin Rabbii🤲

27/11/2025

27/11/2025

Dugdaa siti gate jaa dachee
13/06/2025

Dugdaa siti gate jaa dachee

Add itti Naf ergadhame account haaradha
12/06/2025

Add itti Naf ergadhame account haaradha

11/06/2025

Ani baraan jiradhe as gahe kessati wa heddu argera garuu gara jabenyaa namafi bineensa gafan wal bira qabee laluu kan namatu nati calee,,kanaf nama wajjin jirachura bineensaa fironfatani wajjin jirachu wayya,,ani hirriyota akkuman nama qabuu kan binensas qaba,,ani nama wajjin qofa miti bineensa wajjinu jirachuun nan danda'a,,,namni kan akkas godhu mal yadetii
Voice of yared

Address

Walloo
Addis Ababa
OROMIYA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dawit Ketema posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Dawit Ketema:

Share