Abbichu Oromo

Abbichu Oromo Oromoo

Baga genye baga gesan bara 2016
12/09/2023

Baga genye baga gesan bara 2016

09/09/2023

Itibu....

Batu ittin Bonna murtessan kantiba siti jolle hararge
08/08/2023

Batu ittin Bonna murtessan kantiba siti jolle hararge

Dhuga Soraa Abdataa nubasa yawarra dhiga namatin dhiqatu warra ekera farsu dhugan soraa nuuf habahu
01/08/2023

Dhuga Soraa Abdataa nubasa yawarra dhiga namatin dhiqatu warra ekera farsu dhugan soraa nuuf habahu

Dhugaadha amanuuf hedduu ulfaata.Koomediyaanii Afaan Oromoo jabaa tokko dhabneerra. Kun du'a rifachiisaa nama naasisudha...
01/08/2023

Dhugaadha amanuuf hedduu ulfaata.
Koomediyaanii Afaan Oromoo jabaa tokko dhabneerra. Kun du'a rifachiisaa nama naasisudha. Umurii dargaggummaa kanatti si dhabuun ulfaataadha.

Boollakee bookni haa guutu. RIP

Maatiifi dinqisiifattoota koomediyaan Soraa Abdataaf jajjabinan hawwa.

Har'a koottaa Ijoollee Oromoo Saudi Arabia keessatti hidhamanii sarbaminsi mirga dhala namaa irratti raawwachaa jiruuf s...
24/07/2023

Har'a koottaa Ijoollee Oromoo Saudi Arabia keessatti hidhamanii sarbaminsi mirga dhala namaa irratti raawwachaa jiruuf sagalee taana!

Lammiileen Itoophiyaa fi Oromoo kumaatamaan lakkaawaman mana hidhaa Saudi Arabia keessatti gidiraan hamaan irratti raawwatamaa jira. Mootummaa Federaalaa Lammiilee Oromoo fi Itoophiyaa badii malee gidirfamaa jiran kana hatattamaan gara biyyaa akka deebi'an godhuu qaba! Saudi Arabia keessatti ammallee Lammiilee Oromoo fi Itoophiyaa kuma dhibbaan lakkaawamtu mana hidhaa keessatti badii malee gidirfamaa jira. Lammiilee kana gara biyyaa deebisuuf Embassy Itoophiyaa Saudi Arabia keessatti argamu Mootummaa Saudi Arabia waliin marii barbaachisu godhuun gara biyyaa akka deebi'an saffisaan taasisuu qaba!

Lammii Oromoo fi Itoophiyaa ta'e kan online irratti argamtan har'a Lammiilee keenya kanaaf sagalee haa taanuufii....!! Suuraan kan Lammiilee keenya mana hidhaa Saudi Arabia keessatti Sarbaminsi mirga dhala namaa irratti raawwatamaa jiruudha!...waliif dabarsaa! 😭

25/06/2023

Laaqana gatisalpan

Address

Gabrummahamtuutunattimullata
Addis Ababa
BANTUU

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbichu Oromo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Abbichu Oromo:

Share