Segni Bobo

Segni Bobo Research in East Africa, Consultancy and Training Service (REACTs) P.L.C

31/01/2023
 ***************
18/01/2023


***************

 *************** Dhaabbatni keenya REACT P.L.C, kan itti gaafatamumman isaa seeraan murtaa'e tajaajiloota armaan gadii i...
30/10/2022


***************
Dhaabbatni keenya REACT P.L.C, kan itti gaafatamumman isaa seeraan murtaa'e tajaajiloota armaan gadii isiniif kennuuf eeyyama seera qabeessummaa mootummaa federaalaa irraa argateera.
1. Eeyyama daldala haaressuu fi gabaasa hojii herreegaa dhaabbata (Company) keessanii isiniif qopheessina.
2. Gorsa hojii bizinesii fi kan investimentii ni kennina.
3. Qorannoo bu'aa qabeessummaa pirojektii (project feasibility study), ni taasifna.
4. Liqaa baankii irraa gaafatamuuf, ragaa qindaa'aa (loan documents) ni qopheessina.
5. Ooditii qabiinsa herreegaa ni qoranna, gabaasas ni qopheessina.
6. Meeshaa fi tajaajiloota barbaaddan hunda, nama gurguruu fi bituu walitti ni fidna.
7. Qabiinsa herreega dhaabbilee keessanii kan yeeroo fi dhaabbataan ni hojjenna. Kanaafuu namootni tajaajila kanaa fi kanneen biroo barbaaddan bilbilaa. +251917644533 kanaan ykn meesenjeriidhan karaa keessaa nu quunnamuu dandeessu.
Galatoomaa, horaa bulaa


**********
ድርጅታችን REACT P.L.C ሀላፊነቲ በህግ የተወሰነ የሚቀጥሉትን አገልግሎቶች ለናንተ ለመስጠት ከ እትዮጵያ ፌዴራላዊ መንግስት ህጋዊ ፍቃዲን አግኝቷል፣
1. ዓመታዊ የንግድ እና የ ኩባንያችሁን ፍቀዱ ለማደስ የሚያስፈልገውን የ ህሳብ ሪፖርት እናዘጋጃለን።
2. የ እንቨስትመንት እና ማንኛውንም የቢዝነስ ስራን በተመለከተ የማማከር አገልግሎት እንሰጣለን።
3. አድስ እና ስራ ላይ ላሉ ፕሮጀክቶች የአዋጭነት ጥናት (Project Feasibility Study) እንሰራለን።
4. ከ ባንኮች እና አበዳሪ ተቋማት ለሚጠየቁት የብድር ማመልከቻ ዶኩመንት እናዘጋጃለን።
5. የ ድርጅቶቻችሁን ህሳብ ኦድት እንሰራለን።
6. የፈለጋችሁትን አገልግሎት እና ቁሳቁሶችን በተመለከተ ገዢ እና ሻጭን እናገኛለን።
7.የድርጅታችሁን ህሳብ አያያዝ በ ግዜያዊነት እና በቋሚነት እንሰራለን። ስለሆነም ይህንን እና የተለያዩ ተመሳሳይ አገልግሎቶች የምትፈልጉ በ ውስጥ መስመር ወይም በነዚህ የስልክ ቁጥሮች +251973044640 ፣ +251917644533 ልታገኙን ትችላላችሁ።

  ********************We are striving to keep the momentum, until we will manage to reach < 2% of SCH & STH prevalence (...
28/10/2022


********************
We are striving to keep the momentum, until we will manage to reach < 2% of SCH & STH prevalence (transmission break threshold for Schistosomiasis and Soil Transmitted Helmenthiasis). Geshiyaro is a hundreds of millions $ project & a lesson learned from it will provides holistic interventions which global community will learn and gets insight about new ways of control and prevention for Neglected Tropical Diseases (NTD). It's expected to bring a breakthroughs that will contributes as new paradigm shift regarding the NTD's intervention worldwide.

10/10/2022


************************
Atumti sammuu gaarii gochuu yaaduu fi laphee namaaf gaddu qabaadhu malee, qilleensi fi margi lafa hundi kabaja kee lallaba.
Sabboonumman saba ofii jaallachuu fi gargaaru caales hin jiru.

 ***********
14/08/2022


***********

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Segni Bobo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Segni Bobo:

Share