Oromoon Seenaa Qaba

Oromoon Seenaa Qaba Hoojii Hunda

03/06/2025

Tokkumman humna

28/05/2025

Riyyan muhammed

18/10/2022

Sheikh Aadam Tuulaa Gara Ganda Aakhiraa Godaanan
October 18, 2022
1
Innaalillaahi wa innaa ilayhi raaji’uun.

Abbaa ulamaa’ii hedduu kan tahan Sheikh Aadam Ahmad Hammarroo (Sheikh Aadam Tuulaa) Guyyaa har’aa October 18, 2022 du’aan addunyaa irraa galaniiru.

Godina Harargee bahaa Aanaa Kombolchaa ganda Tuulaa keessatti kan dhalatan Sheikh Aadam Ahmad, Maqaan isaaniitis maqaa ganda itti dhalataniitiin moggaafamee Sheikh Aadam Tuulaa jedhamuun beekaman. Sheikh Aadam Ulamaa’ii Oromiyaan qabdu warra lubbuun jiran keeysaa hangafa. Umriin isaanii wagga 110 tti kan dhihaatu yoo tahu, Ulamaa’ii gurguddoo akka Sheikh Abdullaahii Tuquu, Sheikh Ahmad Basiiraa fii sheekotii gurguddoo heddu diin barbsiisanii jiru.

Sheekotiin isaan irraa diin baran hedduun yeroo ammaa halqaa ilmii bananii darasoota isaanii barsiisutti jiru. Hojiin Sheikh Aadam Tuulaa ummata Oromootiif gummaachan waan laakkayamee dhumuu miti. duuti isaanii ummata Oromoo hundaaf gadda guddaadha. Ummanni Oromoo guyyaa arraa Nama guddaa dhabe. Rabbiin Jannataan Isaan haa qananiisu jenna. Hawaasa Isaan dhabeefi Maatii isaanii hundaaf jajjabina hawwina.

25/09/2022

2 - عن أبي ذر عن النبي صلى الله عليه وسلم أنه قال: "أتاني جبريل عليه السلام. فبشرني أنه من مات من أمتك لا يشرك بالله شيئا دخل الجنة. قلت: وإن زنى وإن سرق؟ قال: وإن زنى وإن سرق" رواه مسلم

Abbaa zarrii irraa odeeffame ergamaan rabbii nagahaafi rahmanni isarra haa jiraatu akkana jedhe:

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromoon Seenaa Qaba posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Oromoon Seenaa Qaba:

Shortcuts

Share