Muhammad A Page

Muhammad A Page Jechaa fii gocha kee too'adhu! Guyyaan galataa⚖️fuulakee dura akka jiru of yaadachiisaa tarkaanfadhu! لله �

Bakka milkiin kee hin jirreefii nama milkiin kee waliin hin jirre waliin yeroo kee fixuu Rabbi najaa si haa baasu!
...إذا لم تستحي فاصنع ما شئت

15/08/2026

💔🤦😢

15/08/2026

💚🍂

09/08/2026

Ati tami?

An hin hafuu atiis hin hafin August 8 Gumaata guddaa ulamaa'onni ifii Hayyoon gurguddoon Akka Sheikh Jemal Aliyyii fi ka...
07/08/2026

An hin hafuu atiis hin hafin August 8 Gumaata guddaa ulamaa'onni ifii Hayyoon gurguddoon Akka Sheikh Jemal Aliyyii fi kanneen biroo hedduun irratti hirmaatan Sabtii galgala mana Abu sabraddiinitti sin dabrin 👌

07/08/2026

Guyyaa_Jumu'aadhaa Ergamaa Rabbii Nabi Muhammadﷺ Irratti Salawaata Buusuu Baay'isaa💚🍂

07/08/2026

Goota haqaa sagalee Rakkattootaa fii miidhamtootaa ustaaza koo isin Fakkeenya kabajaafii jaalalaatii umrii nuuf dheeradhaa🍂

Dhugaa nama jaalataniin yeroo wal argatan gammachuun hafuura namatti kutti 🥺🥱🤩Anuu akka nama qaamaan wal bira jiruttin b...
07/08/2026

Dhugaa nama jaalataniin yeroo wal argatan gammachuun hafuura namatti kutti 🥺🥱🤩
Anuu akka nama qaamaan wal bira jiruttin baaragee tartiibni dubbii na harkaa faffaca'ee
ture🙈😁
Hunduma keenya Nabi Muhammad waliin furdowsal a'alaa Rabbi nu haa qubsiisuu du'aa'ii godhaa mee ahbaabii 🍂💚🤩🤌
Muhammad A Page

Address

Finfinnee
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muhammad A Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category