Kominiikeeshiini Kutaa Magaalaa Lammii Kuraa Aanaa 04

Kominiikeeshiini Kutaa Magaalaa Lammii Kuraa Aanaa 04 Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kominiikeeshiini Kutaa Magaalaa Lammii Kuraa Aanaa 04, Government Organization, Bole Arabsa, Addis Ababa.

Ergaa Kantiibaa Adaanech Abeebee! Turtiin Itoophiyaa dhiibbaa uumaa sooshaal miidiyaa idil-addunyaa beekamaa "IshowSpeed...
15/01/2026

Ergaa Kantiibaa Adaanech Abeebee!

Turtiin Itoophiyaa dhiibbaa uumaa sooshaal miidiyaa idil-addunyaa beekamaa "IshowSpeed',guutuu addunyaatti ijoonni miliyoonotaa gara Finfinneetti akka harkifaman kan taasise sagantaa bu'a qabeessa ture.

Daaw'annaan kuni magaalaan teenya aadaa keessummaa simachuu turee fi kabajame qabdu, qulqullinaa fi miidhagina magaalaa teenyaa, akkasumas fuula Itoophiyaa isa sirrii hawaasa idil-addunyaa beeksisuuf carraa guddaa uumeera. Taatichi haga ammaatti ijoo dubbii ta'uunsaa kan itti fufe yemmuu ta'u, fuuldurattis hedduuwwan gara biyya keenyaa ni harkisa jennee yaadna.

Taatee kana dandeettiin kan gaggeessitan biyya jaalattoonni, dargaggoonni ciccimoo fi dhiibbaa uumtonni, dhaabbilee dhuunfaa akkasumas mootummaawaa Federaalaa fi Finfinnee galata guddatu isniif mala. Keessattuu Ministeera Tuurizimii, koomishinii Tuurizimii Finfinnee, Biiroo koominukeeshinii Finfinnee, Intarteeymantii Yissaaqaal fi kanneen biroos qaamonni qindoominaan hojjettan hunduu; humna qindoominaa olaanaa mul'istaniifi miira jaalala biyyaaf qabdan ‘haata'u’ nama jechisiisa.

Kan hafetu caalaa, Jabaadhaa!
Waaqni Itoophiyaa fi Uummata Ishee Haa Eebbisu!

Address

Bole Arabsa
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kominiikeeshiini Kutaa Magaalaa Lammii Kuraa Aanaa 04 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share