Alibo Press

Alibo Press Dhugaa Dubbanna!

Ijoollee Naqamtee warra Oduu hin beekne hojii malee. Babbareedoo bifaa fi hojii!
21/02/2026

Ijoollee Naqamtee warra Oduu hin beekne hojii malee. Babbareedoo bifaa fi hojii!

Hojiin ragaa isiniif ba'a!
18/02/2026

Hojiin ragaa isiniif ba'a!

 Boru solar eclipse/Gaaddidaa'uun akka umamu himameTaateen akkanaa kun bara 2044tti malee ganaa deebi'ee akka hin dhufne...
16/02/2026



Boru solar eclipse/Gaaddidaa'uun akka umamu himame
Taateen akkanaa kun bara 2044tti malee ganaa deebi'ee akka hin dhufnees saayinstoonni akeekan
The Secrets Of The Universe

Nagaan boqodhu!
04/02/2026

Nagaan boqodhu!

Du'aan addunyaa kanarraa boqachuu Prof. Asamaroom Laggasaa yemmuun dhaga'u gadda guddaatu natti dhagahame. Prof. Asmaroom, ijoo eenyummaa Oromoo kan ta'e Sirna Gadaa irratti qorannoo nama jalqabanidha. Har'a kitaabni isaanii "GADAA: Three Approaches to the Study of African Society" jedhu qorannoo Sirna Gadaa kamiifuu bu'uura ta'ee tajaajilaa jira.

Qorannoon Prof. Asmaroom ummata keenya walakkaa jiraatanii gaggeessan sirna bulchiinsi dimokraatawaa inni jalqabaa ummata keenya biraa madduu addunyaaf kan beeksisedha. Akkasumas biyyi keenyas ta'ee Afrikaan, ka'uumsa sirna demokraasii alaa eeguun akka hinbarbaachifne kan hubachiisedha.

Beekaa akka Prof. Asmaroom Laggasaa dhabuun ummata keenyaaf miidhaa guddaadha. Faanni isaanii ummata keenya biratti siidaa jiraataa bara baraaf dhaabbatee turuudha. Maatii, aantotaafi ummata keenya maraaf jajjabina, lubbuu isaaniif qananii jannataan hawwa.

19/01/2026

Diizaayinii Buufata Xiyyaaraa Idil-addunyaa Bishooftuu

Kun biyya maqaan ishee hiyyumaadhaan waamamu keessatti waan ijaaramu sitti fakkaataa?

06/01/2026

Seenaa Qabsoo ABO Shanee
~~~~~~~~~~~~~~~~~~
➥Qabeenya qotee bulaa Oromoo saamuu fi gub*uudha
➥Hawwan Oromoo gud*eedudhaa
➥Nama ugguranii qarshii gaafachuudha
➥Mandara qotee bulaa gub*uudha
➥Mana barumsaa daa'imman Oromoo barbad*eessuudhaa
➥Konkolaataa abbootii qabeenyaa gub*uudha
➥Qotee bulaan.akka hin qotanne dhorkuudha
➥Guyyaa guyyaan ajj*eechaa Oromoo irratti raawwachuudha
➥Faannoo jala galanii Oromummaa balfuudha
➥Ergamtuu wayyaanee ta'anii biyya gurguruuf foolachuudha
➥Shaabiyaaf ergamanii daayipperii Isaayyas miiccuudha

Qalbeessaa tiin

03/01/2026

28 followers geenye! 28k hin jenne!

03/01/2026

Oromoo kajeeltuu beektuu?

Kajeeltuun nama ati waa kennuufii hin barbaanne garuu sa'atii nyaataa eegdee kan balbala kee irra dhaabattudha.

Deemi jettus hin deemtu. Sin barbaadu na hin fayyaddu jettus deebii siin laattu. Callistee si ilaalti.

Waa garaaf ta'u harkatti kennituuf hamma mana geessutti fiigdi.

Kajeeltuun akkasi.

Shaneenis kajeeltuudha. Na hin fayyadduu,, diinayyuu natti dhiiftee baqattaa, nyaata fidi jettee na gidirsitaa na dhiisi jennaan Oromoon mataa keen facaasa jetti. Waan garaashee hamma argattutti saba gididrsiti.

Fottee
01/01/2026

Fottee

Address

Addis Ababa
1000

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Alibo Press posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share