01/07/2024
Qondaalli kun Gaazexeessitoota Afaan Oromoo keessaa Gaazexeessaa jabaa bara kanaa keessatti dorgommiif dhiyaateera.
Badhaasa Miidiyaalee fi gaazexeessitoota dorgomsiisuuf dhiyaate kanaan Miidiyaaleen Oromoo Miidiyaalee naannooti jedhame hafus bakki banaan tokkichi argamee dorgomaa tokko uummanni dhiibbatee galcheera.
Badhaasa damee filannoo Uummataa jedhamee baname kana jala amma Gaazexeessaa Anwaar Jamaal sagalee haga barreeffama kana ani barreessutti kennameen sadarkaa 2ffaarra jira. Damee kanaaf sagalee uummanni kennu qofatu madaala kaasa jedhameera.
Kanaaf geessituu(link) kanaan seenaatii Anwaar Jamaaliif sagalee kennaa 👇
https://ethio-mediaaward.com/%e1%8b%a8%e1%88%9d%e1%88%ad%e1%8c%a5-%e1%8c%8b%e1%8b%9c%e1%8c%a0%e1%8a%9e%e1%89%bd-%e1%8b%98%e1%88%ad%e1%8d%8d-%e1%8b%a8%e1%88%85%e1%8b%9d%e1%89%a5-%e1%88%9d%e1%88%ad%e1%8c%ab-%e1%89%a5%e1%89%bb/