MMA Agaarfaa

MMA Agaarfaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from MMA Agaarfaa, Government Organization, Agaarfaa, Agarfa.

14/05/2025

Caamsa 06/09/2017 koree Mana Murtii Aanaa Agaarfaa Abbaa dhimmaa tajaajilamuuf dhufeef hubanoon seeraa diggaa ga'eelaa irratti kennameefi abban dhimmaa gara mana Murtii Aanaa Agaarfaa dhufaniis yaada kennuun dubdeebiin Kara koreen erga kennamee booda mariinis xumuramera

25/04/2025

Murtii Barsiisoo
Gaafa guyyaa 16/08/2017tti manni Murtii Aanaa Agaarfaa himatamaa Alamuu Nugusee jedhamuu himaanan mana hojii abbaa alangaa Aanaa Agaarfaatiin gaafa guyyaa 08/08/2017tti himataa Hasawaa jibiinsa Uummataa keessa facasee jedhamee irratti dhiyeessanii manni murtiis ragaa nama fi barreeffama erga caqaase booda Murtii fakkatoota isaa fi himataamaa kana ni barsiisa jedhamee Murtii waggaa 1 (tokko) Fi baatii 9 (sagaal) kennera.

31/12/2024

Muddee 22/2017 abukatoon mana Murtii Aanaa Agaarfaa Abba dhimaaf hubannoo mirgaa fi dirqaama abbaa dhimma irratti gorsa abbaa dhimaaf Kara kabajamoo abbuukaroo ittisa mana Murtii addee Boontuuniin kennaniru.

25/12/2024
Muddee 12/04/2017  Mana Murtii Aanaa Agaarfaa fi Waajjiirri dhimma gurma'insa Ummataatiin namootaa 14 (kudha afur) hoolo...
21/12/2024

Muddee 12/04/2017 Mana Murtii Aanaa Agaarfaa fi Waajjiirri dhimma gurma'insa Ummataatiin namootaa 14 (kudha afur) hooloota tilmaama qarshii 70000(kuma torbatama)ta'u namootaaf bakkaa pireezidaantii mana Murtii Aanaa Agaarfaa fi itti gafatamtuu Waajjiira dhimma gurma'insa Ummataa waliin ta'uun ummataaf dabarsaniiru.

Muddee 03/04/2017 Manni Murtii Aanaa Agaarfaa suphaan kornisaa  kutaan murasa xumuramu sababeeffate  qophii gate togethe...
12/12/2024

Muddee 03/04/2017 Manni Murtii Aanaa Agaarfaa suphaan kornisaa kutaan murasa xumuramu sababeeffate qophii gate together qopheessun Ebba Manguddoota mana murtichatiin ebbissun sangantaa jalqabuun kabajamoo pireezidaantii mana kan ta'an obbo Gizaachoon hasaya baniinsa tasisanii booda hirmatootaa saganticha,namootaa suphaa mana irratti qooda fudhatanii fi kabajamoo hoggaana Abba alangaa Aanaa Agaarfaatiin yadni kennamera ture.dhumaa irratti pireezidaantii manichaan dubdebiin kennamuun sirni galateffanna golabamera

Sadasaa 19/03/2017 Suphaa kornisaa mana Murtii sadarkaa kanan haala ho'aan hojjetama jira
12/12/2024

Sadasaa 19/03/2017 Suphaa kornisaa mana Murtii sadarkaa kanan haala ho'aan hojjetama jira

Address

Agaarfaa
Agarfa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when MMA Agaarfaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share