MM Aanaa Haramaayaa

  • Home
  • MM Aanaa Haramaayaa

MM Aanaa Haramaayaa Government Organisation

23/05/2026
19/05/2026
18/05/2026
Mariin Koree Sagantaa Fooyya'insa Sirna Haqaa gaggeeffame !!~~~~~★~~~~~( )Aanaa Haramaayaatti, Koreen Fooyya'iinsa Sirna...
08/05/2026

Mariin Koree Sagantaa Fooyya'insa Sirna Haqaa gaggeeffame !!
~~~~~★~~~~~
( )
Aanaa Haramaayaatti, Koreen Fooyya'iinsa Sirna Haqaa Aanichaa Haala Kenna Tajaajila Haqaa Fooyyeessuun danda'amu irratti mari'ateera.
Marii kana keessatti haala kenna tajaajila haqaa ilaalchisee ciminaa fi hanqinoonni kenna tajaajilaa kan gama qaamolee haqaatiin mul'atan ilaalamuun keessattuu dhimmoonni dantaa mootummaa fi mirga Dubartootaa fi daa'immanii xiyyeeffannoo argachuun mari'atameera. Xumura irrattiis kallattiin kaa'amuun mariin goolabameera.
~~~~~★~~~~~
Ebla 30/2018
Haramaayaa

Dhimmoota harkaa fi harkaa(RTD) irratti Dhaddacha dhagaha halaalaatiin hojjatamaa oole !!•••••★•••••Guyyaa har'aa (Ebla_...
30/04/2026

Dhimmoota harkaa fi harkaa(RTD) irratti Dhaddacha dhagaha halaalaatiin hojjatamaa oole !!
•••••★•••••
Guyyaa har'aa (Ebla_22/2018)
‎Manni Murtii Aanaa Haramaayaa Waajjirra Abbaa Alangaa fi Poolisii Aanaa Haramaayaa waliin ta'uun Dhaddacha Dhagaha Haalaalaa kilaastara Shariif Kaalid kan Bulcinsa Magaalaa Shariif kaaliditti hundaa'ee jiruun dhimmoonni harkaa fi harkaa(RTD) galmeen 22, shakkamaa fi ragaan A/Alangaa gara mana murtii deemuun osoo hin barbaachisiin teeknoolojiitti fayyadamuun qee'uma isaanitti tajaajila haqaa akka argatan taasifameera.
•••••★•••••
Ebla 22/2018
MMAH
Haramaayaa

Address

Alemaya, Ethiopia

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when MM Aanaa Haramaayaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your organization to be the top-listed Government Service?

Share