Madrasaa Ifaa Islaamaa

Madrasaa Ifaa Islaamaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Madrasaa Ifaa Islaamaa, Public School, West Garage Zone, Asebe Teferi.

As wr wb Manni Barumsaa Ifaa Islaamaa gaafa guyyaa 30/10/2016 Eebba barattoota BSTD fi Ayyaana maatii barattoota kutaa 1...
29/06/2024

As wr wb Manni Barumsaa Ifaa Islaamaa gaafa guyyaa 30/10/2016 Eebba barattoota BSTD fi Ayyaana maatii barattoota kutaa 1- 8 walumarratti Galma Koolleejjii Barnoota Barsiisotaa Cirootti bifa adda ta'een geggeessuuf waan deemuuf dhuftanii qooda akka irraa fudhattan isin afeeree jira.

04/07/2023

As wr wb Barattootaafi maatii barattoota MBII tiif akkuma beekamu baruubarsiisuu bara kanaa xumuruun keenya ni beekama. Haata'uu ammoo wanti guddaan nuuf hafeefii isinis eeggataa jirtan ayyaana maatiitiifi eebba barattoota KG 3 ti. kanaafuu ayyaana maatii kutaa 1-8 guyyaa 02/11/2015 akkasumas guyyaa 03/11/2015 eebba barattoota KG waan geggessinuuf ganama sa'aatii 2:30 tti duftanii qooda akka irraa fudhatan kabajaan isin afeerree Jirra.

27/06/2023

As wr wb Barattoota, Barsiisota, Maatii barattootaafi Hawaasa MB keenya hunda Baga Rabbiin Iidaladhaa bara 1444 H tiin isin gahe warra baranaa kan bara heedduu isin haa godhu
🎀🎀عيد مبارك🎁🎁
🌙⭐کل عام وانتم بخير
👑👑تقبل الله ومنا ومنکم
صالح الأعمال✨✨💫🌟

Barattonni MBII Qormaata Xumura Semisteera 2ffaa bara 2015 eegalanii jiru. Mee eebbisaa
19/06/2023

Barattonni MBII Qormaata Xumura Semisteera 2ffaa bara 2015 eegalanii jiru. Mee eebbisaa

Barattonni MBII sagantaa baratamaa duaaii bara 2015 haala gaariin godhanii jiru
20/05/2023

Barattonni MBII sagantaa baratamaa duaaii bara 2015 haala gaariin godhanii jiru

As wr wb Baga ittiin isin gahe
21/04/2023

As wr wb Baga ittiin isin gahe

22/03/2023

As wr wb Maatii barattoota keenyaatiifi Barsiisota keenya hunda duraan dursee baga Rabbiin baatii Ramadaanaa kabajamtuu tanaan isin gahe!
Akkuma beekamu Manni barumsaa keenya ji'a ramadaana kana barnoota sa'aatii dura qofa barsiisa. Kanaafuu haala kana hubachuun maatiin barattoota ganama sa'aa 1:00-1:20tti mooraa MB keessatti akka argaman nuuf gochuun akka nu gargaartan isiniin Jenna. Barsiisonni keenya ammoo sagantaa ibaadaatiifi baruubarsiisuutis baafachuun akka qoohooftan isiniin Jenna.

As wr wb ijaarsa madrasaa Ifaa Islaamaa duraan namoonni muraasniifi koreen itti dhiphachaa Turan Amma kan ummataa ta'uu ...
12/03/2023

As wr wb ijaarsa madrasaa Ifaa Islaamaa duraan namoonni muraasniifi koreen itti dhiphachaa Turan Amma kan ummataa ta'uu islaabii 1ffaa guutuu kanarratti mirkanaa'ee Jira kun nama gammachiisa abdillee natti hora, nama keessatti ijaaramee Jira lafarratti ijaaramuun salphaadha!

As wr wb Arran tana madrasaan Ifaa Islaamaa na ijaarradhaa jechuun alatti bahe Mee ijaaraa
02/03/2023

As wr wb Arran tana madrasaan Ifaa Islaamaa na ijaarradhaa jechuun alatti bahe Mee ijaaraa

As wr wb Manni barumsaa Ifaa Islaamaa barsiisota diiniyyaa qacaruuf haala armaan gadii kanaan beeysisa baasee Jira. Kana...
21/02/2023

As wr wb Manni barumsaa Ifaa Islaamaa barsiisota diiniyyaa qacaruuf haala armaan gadii kanaan beeysisa baasee Jira. Kanaafuu namoonni ulaagaalee armaan gaditti caqafaman kanneen guuttan galmaawaa.

As wr wb arraantana gumiin da'awaa haala kanaan barattoota gorsan
20/02/2023

As wr wb arraantana gumiin da'awaa haala kanaan barattoota gorsan

Address

West Garage Zone
Asebe Teferi
3377

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Madrasaa Ifaa Islaamaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category