Mahammed Ahmade

Mahammed Ahmade Government employe

13/10/2023
Hattoota irraa of Eegaa !=============Akka waan baankii irraa isinii bilbilamee fakkeessuun Herreega namootaa irraa warr...
26/04/2023

Hattoota irraa of Eegaa !
=============
Akka waan baankii irraa isinii bilbilamee fakkeessuun Herreega namootaa irraa warra hatan irraa of eeguuf, dhimmoota armaan gadii qalbeeffadhaa:- Ergaa gabaaban wayita isinii ergame, tarkaanfii tokko osoo hin fudhatin, gara dameelee keenyaa deemuun ykn bilbila tolaa 951tti bilbiluun qulqulleeffachuu qabdu. Baankiin kallattiin maamilootatti bilbiluun, moobaayil baankingii irratti sirreeffamni taasifamu kan hin jirre ta'uusaa hubadhaa. Bilbilaan odeeffannoo hin kenninaa Moobaayiliin keessan yoo isin jalaa bade, battalumatti gara dameelee keenyaa deemuun tajaajilli moobaayil baankingii akka addaan citu taasisaa.

26/12/2022
05/12/2022
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii akka ibsetti boba'aan liitira kuma 570 garee shororkeessaa TPLfn hatame Hagayya 18, 2...
25/08/2022

Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii akka ibsetti boba'aan liitira kuma 570 garee shororkeessaa TPLfn hatame

Hagayya 18, 2014
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii (UN) boba’aan liitira 570,000 garee shororkeessaa tplfn hatamuu ibseera.

Dubbi himaan barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guteereez, Isteefan Dujaariik ibsa har’a kennaniin taankeroota boba’aa 12 boba’aa liitira kuma 570 qaban har’a ganama magaalaa Maqaletti Dhaabbata Nyaata Addunyaa irraa hatamuu isaanii mirkaneessaniiru.

Boba’aan kun gargaarsa namoomaa naannoo Tigraayitti raabsuuf akka oolus eeranii jiru.

11/08/2022

በ2014 (2021/22) በጀት ዓመት ማለቂያ የኢትዮጵያ የፋይናንስ ሴክተር እውነታዎች

21/07/2022
Dhugaan jiru hin dhokatamuGod/H/Lixaa A/Ancaaritti Bu'uraalen Misooma Bara 2014 kana keessa Hedduun hojjata jira.FKN1 Pi...
04/07/2022

Dhugaan jiru hin dhokatamu
God/H/Lixaa A/Ancaaritti Bu'uraalen Misooma Bara 2014 kana keessa Hedduun hojjata jira.FKN
1 Pirojectiin Bishaan dhugaatii Anannoo yeroo dheeraa ture amma sadarkaa gaarii irra jira
2 Pirojektiin Bishaan dhugaatii Calalaqas akkasuma
3 Pirojektii Haroo Biyyoo Bajeta idilee bara kanaatin hojjatamee tumuramee jira
4 Networkiin icinnii kan komii Araddoota biras deebisu xumuura irra gahaa jira
5 Pirojektiin Guddichii Aanaa keenyaa Baajata idileetin kan hojjatamu Galmi Bulchiinsaa G+3 ta'e caalbaasin xumuramee Kontiraakta waliin wal harkaa fuudhinsi taasifamee hojiin egalamuuf kan deemu ta'uu isaatii fi kan biroos jiru.kanaaf hojiin hojjatamaa jiru hojii gaarii fi kan jajjabeefamuu qabuudha

Address

West Hararghe Chiro Anchar District Cheleleka
Asebe Teferi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mahammed Ahmade posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Mahammed Ahmade:

Share