PSMQN BMC

PSMQN BMC Waajjira Psmqn bulchinsa magaalaa ciroo

Qabamee 3/13/2013Baga Gammane Baga gammadan Gamaaggama guyyaa lama gaggefamunWaajjiri PSMQN Bul/Mag/CirooSadarkaa godina...
09/09/2021

Qabamee 3/13/2013
Baga Gammane Baga gammadan
Gamaaggama guyyaa lama gaggefamun
Waajjiri PSMQN Bul/Mag/Ciroo
Sadarkaa godinanti lamafaa bahun badhaasa meeshaan kompitaraa fi waraqaan ragaa kennamee fi jira.
Badhaasa Amma nuuf kennamee kanaan hojjatootni waajjira
PSMQN Bul/Mag/Ciroo Baga gammadan lafaati hujji keessani waan tahef

Guyyaa 28/10/2013Waajjira PSMQN Bu/Mag/CirooMarii Dhimma Nageenya Biyyaa Haala yeroo irratti Hojjataa Mootummaa walin ga...
05/07/2021

Guyyaa 28/10/2013
Waajjira PSMQN Bu/Mag/Ciroo
Marii Dhimma Nageenya Biyyaa Haala yeroo irratti Hojjataa Mootummaa walin gaggefameera.

Magaalaa Ciroo bifa kanaan Sagalee kennuun itti fufe jiraa.Yaa salaam yaa salaam kun hiriira mormii siti hin fakkan Guyy...
21/06/2021

Magaalaa Ciroo bifa kanaan Sagalee kennuun itti fufe jiraa.
Yaa salaam yaa salaam kun hiriira mormii siti hin fakkan Guyya Xiiqiidhati Ilma isaani filachuuf bahani

jala bulti filannoo bulchinsa magaalaa ciroo ifaa misooma
19/06/2021

jala bulti filannoo bulchinsa magaalaa ciroo ifaa misooma

Godinaa h/lixa bulichiisaa m/cirootii dulaa naa fiilaadha bulichiisaa m/Ciroo fi anaa Ciroo waliin tahun bifaa ho'aa ta'...
02/06/2021

Godinaa h/lixa bulichiisaa m/cirootii dulaa naa fiilaadha bulichiisaa m/Ciroo fi anaa Ciroo waliin tahun bifaa ho'aa ta'en gaageefaamee jira

Tamsaasa Kallatti.Bu/mag/cirooKonfaransi Paartii BadhaadhinaaSadarkaa Magaalati gaggefamaa jira.
01/06/2021

Tamsaasa Kallatti.
Bu/mag/ciroo
Konfaransi Paartii Badhaadhinaa
Sadarkaa Magaalati gaggefamaa jira.

Leenjiin basic computer skill training waajjiraa PSMQN irra kennamaa jiraa
27/05/2021

Leenjiin basic computer skill training waajjiraa PSMQN irra kennamaa jiraa

  19/2013  !!=========================  Harargee Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Cirootti Marii dhimma Kenna Tajaajiila Ummata...
27/05/2021

19/2013
!!
=========================
Harargee Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Cirootti Marii dhimma Kenna Tajaajiila Ummataa irratti Waaj/PSMQN Bul/Mag/Ciroo Qophii Xinxala Karoora Bara 2013 fi Karoora Bara 2014 irratti Bakka Bu'aa Seektaroota BMC hundaa ,Humna Nama fi Karoora fi Sagantaa Seektara waliin I/G Mana Marii Kabinee fi I/G Waaj/Kantibaa BMC fi I/G Waaj/PSMQN tiin guyyaa har'aa kan kennama jiruudha

Address

Main Road
Asebe Teferi

Telephone

+251910152175

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when PSMQN BMC posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share