Muaz Abdureman

Muaz Abdureman Eeyyen

Leo Messi put the football trophy in he doesn't marry the world cup only this and this Qatar2020 this year took it like ...
20/12/2022

Leo Messi put the football trophy in he doesn't marry the world cup only this and this Qatar2020 this year took it like this he sleeps under his arm
Argentina 🇦🇷

Art Ibraahim Aadam wal'aansa jalqabee jira. warri deeggaraa jirtan galatoomaa. warreen haftaniis deeggarsa seenaa kana i...
27/01/2022

Art Ibraahim Aadam wal'aansa jalqabee jira. warri deeggaraa jirtan galatoomaa. warreen haftaniis deeggarsa seenaa kana irraa qooda fudhadhaa.
CBE: 1000452369161
Awash: 01425676341400
Coop: 1004500164408
Dubbii teenya irratti gama baankiitiin alaas Carraaleen biroo waan qophaa'uu qabu natti fakkaata. namoonni Mobile banking hin qabne aadaan Mana baankii deemanii unkaa guutanii deeggarsa godhuu gadi'aanaadha. kanaaf tooftaaleen akka kaardii maxxansuu, Konsartii qopheeysuu kkf ni barbaachisa taha. (Namoonni baay'een gaafachaa jiru.) kun bu'aas miidhaas waan qabuuf gara fuulduratti maatii fi koree deeggarsa kana qindeeysa jiruu waliin kan marihannu taha. ammaaf namoonni carraa qabdan hundi gama Baankiitiin waan dandeessan gargaaraa

27/01/2022
Waliif Kabajamtoota miseensaa fi degertoota WAGW hundaaf, kana dura konkokaata bitachuun nu waliin hojjechuuf galmooftan...
26/01/2022

Waliif
Kabajamtoota miseensaa fi degertoota WAGW hundaaf, kana dura konkokaata bitachuun nu waliin hojjechuuf galmooftanii kan turtan hundi keessan ... yeroo amma Baankii waliin walii galtee irra geenyee waan jirruuf ulaagaa armaan gadii guuttachuun akka galmoiftan isin beeksifna.
1. Kaffalti duraa (down payment) %40-50 kaffalachuu kan danda'u
2. Gatii hoji adeemsiftuu qarshii 50,000.00 (kuma shantama) kan kaffale
3. Aksiyoona 20 fi isaa ol kan bitate fi
4. Walii galtee dhaabbatni qopheessu kan hojii ride waliin hojjechuu irratti xiyyeeffate kan itti walii galuuf fedha qabu
Bakki galmee:
Boole Dambal, Gamoo Aberrus Darbii 3ffaa lakk. Biiroo 306.
Odeeffannoo dabalataaf
Lakk. Bilbilaa 7170 ykn 0115584400 irratti bilbiluun argachuu dandeessu!!
Horaa bulaa deebana!
Meski Menge

Turjumaana malee Afaan keenyaan magaalaa Finfinneetti isin tajaajilla jedhu Giddu Galli yaalii Ispeeshaalaayizdii Lubbuu...
26/01/2022

Turjumaana malee Afaan keenyaan magaalaa Finfinneetti isin tajaajilla jedhu Giddu Galli yaalii Ispeeshaalaayizdii Lubbuu. (Lubbu Medical and MCH center).

Har’a magaalaa Finfinnee keessatti kan argamu giddu gala yaalaa specialized lubbuu deemee argeen ture. Jalqabaa hanga dhumaatti keessa seenee ilaaleen ture. Baayyeen itti gammade.
Giddu galli yaala specialized lubbuu Ogeessota ispheeshaalistoota muuxannoo olaanaa qabaniin tajaajila qulqullina qabu akka dhibee hatattamaa, Dhibee desdeebiin yaalamuufi ciibsanii yaaluu kennuu eegalaniiru.
Tajaajila isaan Kennan keessaa hangafoonni:-
👨‍⚕️Tajaajila yaala dhibee keessaa
👨‍⚕️Tajaajila yaala Ulfaafi gadameessaa
👨‍⚕️Tajaajila yaalii baqaqsanii yaaluu
👨‍⚕️Tajaajila yaalii daa’immanii
👨‍⚕️Qorannoo fi yaala dhibeewwan akka Onnee, Sukkaaraa, dhala dhabuufi kkf.

Giddu galli yaalaa keenya tajaajila qullqullina qabuuf si’ataa tahe kennina isiniin jedhu
Tesssoon Magaalaa Finfinnee, Saaris Adey Ababaa dhaabbata Fannoo diiimaa cina
Lakk. Bilbilaa
0906000111
0906000222 irratti bilbilaa

Adeeroo Ali Bira Hayyonni keenya fi Hadhaa mana Hacee fan dhaqani gafatani amma fayyan isani halaa gaarii irratti argama...
25/01/2022

Adeeroo Ali Bira Hayyonni keenya fi Hadhaa mana Hacee fan dhaqani gafatani amma fayyan isani halaa gaarii irratti argamaa Rabbiin nuuf haa fayyisuu.🙏🙏

Address

Karaa Rabbii
Aweday
3020

Telephone

+251915450148

Website

https://www.facebook.com/muaze.dasoo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muaz Abdureman posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Muaz Abdureman:

Share