04/04/2025
Walquunnamtii Saalaa irra turuuf Waantota Dhiironni Gochuu Qabdan.
---------------- Waliif godhaa
1. Osoo walquunnamtii saalaa hin eegalin dura miira walquunnamtii saalaa kakaasu.
2. Qaamota Miira walquunnamtii saalaa sirriitti sukkuumuu (massage) gochuu.
3. Utuu hin eegalin dura Boqonnaa fudhachuun (mental refresh) barbaachisaadha.
4.walquunnamtii saalaa dura nyaata walquunnamtii saalaaf mijataa tahe nyaachuu fkf. Avokaadoo , qullubbii (shunkurtaa adii), hanqaaquu, zinjibilaa fi kkf.
5. Walquunnamtii Saalaa dura dhaqna (nafa) dhiqachuu, : dhaqna dhiqachuun boqonnaa sammuuf akkasumas bilisummaa yeroo walquunnamtii saalaa namaaf kenna.
---------
Warreen kana shanan rawwannaan hanga danda'ame walquunnamtii saalaa irra osoo dhangala'aa sanyii kormaa hin buusin turuun ni dandeessu. Akkasumas qorichoota fayyadamuun turuun ni danda'aama, garuu qorichoonni negative impact waan qabaataniif fkf qorichonnii tokko tokko qaamni saalaa dhiiraa akka hin kaane gochuu ni danda'u.
haga danda'ame warreen ammaa 5'n gochuu yaala.
Telegraama kiyya Follow godhaa daqqiqaa tokko isinitti hin fudhatuu
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/kudhaama0
https://t.me/dhandhama0