Waajjira Aadaa,Turizimiifi Ispoortii M/Baatee የባቲ ከተማ ባ/ቱ/ስፖርት ጽ/ቤት

  • Home
  • Ethiopia
  • Bati
  • Waajjira Aadaa,Turizimiifi Ispoortii M/Baatee የባቲ ከተማ ባ/ቱ/ስፖርት ጽ/ቤት

Waajjira Aadaa,Turizimiifi Ispoortii M/Baatee የባቲ ከተማ ባ/ቱ/ስፖርት ጽ/ቤት Bati Ethiopia

Bulchuun nageenya!!Ummata Gootummaa, jaalalaafi Artiin guddate kana irraa kabaja Argachuu caalaatti wanti nama gammachii...
17/02/2026

Bulchuun nageenya!!
Ummata Gootummaa, jaalalaafi Artiin guddate kana irraa kabaja Argachuu caalaatti wanti nama gammachiisu hin jiru.
Hojii dinqisiisoodhaatu raawwatamee keessaahu Hoggansa Jijjiiramaatiin
Godina Saba Oromoo Walloo
Daandii jijjiiramaa irratti argama 👌🫰

Baatee fi gabaa wiixata guyyaa har'aaBaateen Biyya bareeddootaati.Baateen magaalaa seenaa qabeetti huundee oromoota wall...
16/02/2026

Baatee fi gabaa wiixata guyyaa har'aa
Baateen Biyya bareeddootaati.
Baateen magaalaa seenaa qabeetti huundee oromoota walloo kan taateefi,magaalaa Angafaa kan taateedha.kunoo akkasitti
faranjiin illeen hiriiraan itti yaa'u kuni eessa yoo jette baateedha.

Baga gammaddanBaatee koo!!Aadaan Keenya Nageenya Keenyaaf!Waldorgommiin Ispoortii Aadaa 23ffaa fi Feestivaaliin Aadaa 19...
14/02/2026

Baga gammaddan
Baatee koo!!
Aadaan Keenya Nageenya Keenyaaf!
Waldorgommiin Ispoortii Aadaa 23ffaa fi Feestivaaliin Aadaa 19ffaan Bulchiinsa Saba Oromoo Dhaadannoo "Aadaan Keenya Nageenya Keenyaaf" jedhuun magaala kamiseetti gaggeeffamaa turenJila Garee Ispoortii Aadaa Mana Maree Ispoortii Bulchiinsa Magaalaa Baatee
Abbaa geebaa ta'un 1ffaa ba'uudhaan badhaafamee jira.Baga gammaddan!!

"Manneen Murtii Aadaa Utubaa Haqaa fi Mallattoo Eenyummaa Keenyaati" Obbo Ali MohammedPirezdaantii M/Murtii Oolaanaa Bul...
14/02/2026

"Manneen Murtii Aadaa Utubaa Haqaa fi Mallattoo Eenyummaa Keenyaati"
Obbo Ali Mohammed
Pirezdaantii M/Murtii Oolaanaa Bulchiinsa Saba Oromoo
MBNA Godina Saba Oromootti Pireezdaantiin Mana Murtii Olaanaa Bulchiinsa Saba Oromoo Obbo Alii Mohaammad, itti gaafatamtoota Waajjiraalee Aadaa fi Turizimii fi qooda fudhattootaaf dhimma hundeeffama Manneen Murtii Aadaa irratti oreenteeshiinii bal’aa kennaniiru.

Bulchiinsa godina saba oromootti qajeelchii Aadaa, turiizimii fi ispoortiiSadarkaa godinaatti dorgommii feestivaala "Aad...
14/02/2026

Bulchiinsa godina saba oromootti qajeelchii Aadaa, turiizimii fi ispoortii
Sadarkaa godinaatti dorgommii feestivaala "Aadaa, Aartii fi ispoortii Aadaa keenya nageenya keenyaaf"mata duree jedhu
kabajamoo Obbo Jemal Afro
Itti/G/qajeelcha Aadaa, Turizimii fi Ispoortii Godina Saba Oromoo yeroo amma kanaatti
haasaa baniinsaa godha jiru baay'ee galatoomaa jechuunin barbaada!!
Sagantaa feestivaala
haala bareedaa fi ho'aa ta'een gaggeeffamaa jira....!!!

Bulchiinsa godina saba oromootti qajeelchii Aadaa, turiizimii fi ispoortiiSadarkaa godinaatti dorgommii feestivaala "Aad...
14/02/2026

Bulchiinsa godina saba oromootti qajeelchii Aadaa, turiizimii fi ispoortii
Sadarkaa godinaatti dorgommii feestivaala "Aadaa, Aartii fi ispoortii
Aadaa keenya nageenya keenyaaf"mata duree jedhu haala bareedaa fi ho'aa ta'een gaggeeffamaa jira....

Aadaan Keenya Nageenya Keenyaaf!Waldorgommiin Ispoortii Aadaa 23ffaa fi Feestivaaliin Aadaa 19ffaan Bulchiinsa Saba Orom...
11/02/2026

Aadaan Keenya Nageenya Keenyaaf!

Waldorgommiin Ispoortii Aadaa 23ffaa fi Feestivaaliin Aadaa 19ffaan Bulchiinsa Saba Oromoo Dhaadannoo "Aadaan Keenya Nageenya Keenyaaf" jedhuun magaala kamiseetti gaggeeffamaa jira.

Itti Gaafatamaan Qajeelcha Aadaa, Turizimii fi Ispoortii Godina Saba Oromoo Obboo Jamaal Afuroo Sagantaa Baniinsa Waldorgommii Ispoortii fi Feestivaala Aadaa Kanarratti argamuun haasaa baniinsaa Taasisaniin Ispoortiin Nageenyaa fi Obbolummaa cimsuu keessatti qooda oolaanaa akka taphadhu ibsaniiru.

Ispoortiin qaama qofa kan ijaaru osoo hin taane, walitti dhufeenya hawaasummaa cimsuu, obbolummaa labsuu fi nagaa waaraa uumuu keessatti qooda bakka bu’ua hin qabne taphata kan jedhan obboo Jamaal; Taphoota Ispoortii Aadaa dhalootatti dabarsuun maddiitti kaayyoon waldorgommii kanaas hariiroo fi obbolummaa cimsuu akka tahe ibsaniiru.

Dhumarrattis Waldorgommii fi Feestivaaliin Ispoortii Aadaa Kun Gosoota Ispoortii Aadaa shaniin(5niin) Gurraandhala 3-8/2018 walitti fufiinsaan guyyoota 6f itti fufiinsaan kan gaggeeffamu tahuus eeraniiru.

አስቸኳይ የእርዳታ ጥሪ ይህ በምስሉ ላይ የምትመለከቱት ወንድማችን ሰኢድዊ ተወልዶ ያደገው ወሎ ባቲ ከተማ ሲሆን ትናት ከእኛ ጋር ከከተማችን አልፎ ዞኑን ወክሎ በአማራ ክልል ተጫውቷል !! ዛ...
24/10/2025

አስቸኳይ የእርዳታ ጥሪ

ይህ በምስሉ ላይ የምትመለከቱት ወንድማችን ሰኢድዊ ተወልዶ ያደገው ወሎ ባቲ ከተማ ሲሆን ትናት ከእኛ ጋር ከከተማችን አልፎ ዞኑን ወክሎ በአማራ ክልል ተጫውቷል !!

ዛሬ ላይ ግን ባጋጠመው ህመም ምክኒያት የውስጥ ደዌ ቀዶ ጥገና ህክምና ለማድረግ አጠቃላይ ወጩ ቀዶ ጥገና መድሃኒት አልጋ ምግብን ጨምሮ ብርና ከዚያ በላይ የሚያስፈልግ ቢሆንም ወንድማችን እጆቹ ከስራ ከራቁ ብዙ ጊዜያቶች እንደመሆኑ አይደለም ይሄን ያክል ብር ይቅርና ራሱን የሚያስተዳድርበት አቅም ፈተና ውስጥ የገባ መሆኑ ችግሩን ህይወቱን የማዳን ተግባርን በኃላፊነት በእኛ እጅ ላይ ጥሏል።

በህይወት አጥተነው ከማዘን ከመቆጨት በህይወት እያለ ጊዜ ሳንሰጥ የወንድማችንን ህይወት ሰበብ በማድረስ በቻልነው ሁሉ ድጋፍ በማድረግ እንታገደው ህክምናውንም ወስዶ ወደነበረው ህይወቱ እንመልሰው ወደ ጓደኞቹም እንቀላቅለው እንላለን 🙏

ሰውን ለመርዳት ሰው መሆን በቂ ነው!!

የኢትዮ ንግድ ባንክ :- 1000073012574 ሰኢድ ሁሴን
በእጅ ስልኩ +251938395238 በመደወል አይዞን ድነህ ወደ ቀድሞ ህይወት ትመለሳለክ በማለት ብርታት እንድትሆኑት ማለት እንወዳለን 🤝

Bulchiinsi Magaalaa Baatee 1 ffaaBaga gammaddan!!Raawwii Hojii Tola Ooltummaa Gannaa Bara 2017 Sadarkaa Godinaatti Aanoo...
23/10/2025

Bulchiinsi Magaalaa Baatee 1 ffaa
Baga gammaddan!!
Raawwii Hojii Tola Ooltummaa Gannaa Bara 2017 Sadarkaa Godinaatti Aanoota jiran hunda keessaa qorannoo guyyaa har'aa taasifameen Bulchiinsi Magaalaa Baatee 1 ffaa bahuun Abbaa geebaa ta'uun xumuree jira.
1 ffaa Magaalaa Baatee
2 ffaa Bulchiinsa Magaalaa Kamisee
3 ffaa Aanaa Dawaa Caffaa
Akkasumas Dargaggoonni keenya Badhaafamtoota Addaa kan turan yoo ta'u, Waldaan ABIZEER Akka Godinaatti Waldaalee jiran keessaa 1 ffaa ta'uunis beekkamtiin fi Badhaasa Addaa Argatanii jiru.
1 ኛ ባቲ ከተማ አስተዳደር
የ 2017 የክረምት በጎ ፈቃድ ዛሬ በተደረገዉ ግምገማ እና እውቅና በዞን ካሉ ወረዳዎች እና ከተማ አስተዳደሮች መካከል ባቲ ከተማ አስተዳደረ 1 ኛ ደረጃ በመዉጣት የዋንጫ ባለቤት መሆን ችሏል።
1 ኛ ባቲ ከተማ አስተዳደር
2 ኛ ከሚሴ ከተማ አስተዳደር
3 ኛ ደዋ ጨፋ ወረዳ አስተዳደር
ይህ በ እንዲህ እንዳለ ወጣት አደረጃጀቶቻችንም እውቅና ያገኙ ሲሆን፣ ከ ድርጅቶች መካከል አቢ–ዘር ማህበረሰብ አቀፍ የልማት ድርጅት ከዞኑ 1 ኛ በመዉጣት ተሸላሚ መሆንም ችሏል።

Bulchiinsa Magaalaa Baateetti Raawwii Qorannoo Hojiilee Tola ooltummaa Gannaa Bara 2017/2018 fi Sagantaan Beekkamtii taa...
21/10/2025

Bulchiinsa Magaalaa Baateetti Raawwii Qorannoo Hojiilee Tola ooltummaa Gannaa Bara 2017/2018 fi Sagantaan Beekkamtii taasifamee jira.
Tola ooltummaan Gannaan Hirmaannaa ummataatiin akkasumas Dargaggoonni Magaalaa Keenyaa akkasumas Waldaalee Tola ooltootaa fi gurmiileen keenya haala addaan dameelee Qonnaan,Barnootaan,Fayyaan fi kkf kan hojjetame yoo ta'u akka Bulchiinsa Magaalaattis sagantaa beekkamtii fi Galataa kennuun bakka Kantiibaa Magaalaa Baatee Obbo Abdu Ahmed fi I/G/Paartii Badhaadhinaa Bul/Mag/Baatee Obbo Mahammad Alii akkadumas Gaggeessitootni seektarootaa bakka argaminitti sagantichi goolabameera.
Haaluma kanaan Badhaafamaan keenya addaa kan ture Obbo Mohammed Ahmed akka Magaalaa keenyaatti bara baraan hojiilee inni hojjeteef maqaa Bulchiinsa Magaalaatiin Galatoomaa jenneerra

በባቲ ከተማ አስተዳደር የ 2017/18 የክረምት በጎ ፈቃድ አፈፃፀም እና የ አውቅና ፕሮግራም ተደርጓል።በ 2017 የክረምት ጊዜ በህዝባችን፣በወጣቶች፣በሴቶች እና በከተማችን ባሉ በጎ አድራጎት ማህበራት በግንባር ቀደምነት በክረምቱ ጥሩ እንቅስቃሴ ሲያደርጉ በመቆየታቸዉ የ እውቅና እና የምስጋና ፕሮግራም ተካሄዷል።በፕሮግራሙም የ ከተማችን ልዩ ተሸላሚያችን
አቶ በብዙ ዘርፍ ለባቲ ማህበረሰብ ላደረገዉ ትልቅ አስታዉፆ በከተማዉ ህዝብ ስም አመስግነናል።

Address

Oromoo Zone Kamise
Bati
199

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Aadaa,Turizimiifi Ispoortii M/Baatee የባቲ ከተማ ባ/ቱ/ስፖርት ጽ/ቤት posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share