05/04/2026
๐๐ง๐ฃ๐ข๐๐๐ง๐ง๐๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐ซ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐จ๐จ๐๐๐!!!
Addunyaa kanarraa gareen hinqaanofne, ija jabeenyaan nama dhugaa qabuun, "Dhugaa hinqabdu" warra jedhaniifi soba dhugaa gochuuf namoota yaalanidha.
Dhugaan soba soba godhee malee, sobni dhugaa soba godhee hambisee hinbeeku. Sobni hin'ariifatti, dhugaan suuta tiratti.
Nama haqa qabu, "Haqa hinqabdu" jedhanii haqaaquun baay'ee nama saalfachiisa. Qaaniin kana caale raawwatee hinjiru.
Namni yaada moofaa qabu, lammiisaarratti, namni ilaalcha gaarii qabu lammiisaaf hojjeta.
Lammiirratti hojjechuuf, lammii ofiif hojjechuun
walfaallaadha.
Barakee keessatti nama lammiisaarratti badii
hojjetu, gadigaloo namaa hinta'iin.
Gadigaloon namaa, goota lammiisaaf ofkennetti malti.
Namootni gaariifi ol'adeemtotni baay'een, nama yaada
moofaa qabuun akka hintaane ta'an.
Yaadicha moofaa miidhuu male dhala namaaf bu'aa hinqabne gatii baasuu qabnu baasnee ilaalcha gaarii nuunis kan nufayyadee
lammiifis bu'aa buusutti jijjiirachuu qabna.
!
๐๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐๐๐๐ง๐๐๐