14/03/2026
Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti!
**************************
Godina Harargee Lixaa Aanaa Horsiisee Bulaa Gumbii Bordoddeetti Gurmuu Dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa Sagantaa Ifoomsa Maanifestoo fi Mallattoo Filannoo Paartii Badhaadhinaa Filannoo Biyyaalessaa Marsaa 7ffaa sadarkaa Aanaatti gaggeeffame.