Kejima & Dibayu Communication

Kejima & Dibayu Communication Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kejima & Dibayu Communication, Public & Government Service, Kejima and Dibayu, Debre Zeyit.

Page kana irraa hojiilee mootummaa fi paartii, akkasumas bu'uuralee misoomaa akka gandaatti hojjetaman mul'isu fi kan hin hojjetamne immoo adda baasnee akka hojjetamuuf sagalee ta'uudha.

17/06/2023
Guyyaa 02/8/2015 bulchiinsa magaalaa Bishooftuu Ganda Qaajimaa fi Dhibaayyuu zoonii Qaajimaa midhaan ummata keenya honge...
10/04/2023

Guyyaa 02/8/2015 bulchiinsa magaalaa Bishooftuu Ganda Qaajimaa fi Dhibaayyuu zoonii Qaajimaa midhaan ummata keenya hongeen Miidhamaniif sassaabamaa Ture Kuntaala kudha tokko kan ta'u gara waajjira buusaa gonofaa magaalatti bifa kanaan galii ta'eera.

Gaafa 29/7/2015 Ganda Qaajimaa fi Dhibaayyuu leenjii booda sagantaa haaromsaa
07/04/2023

Gaafa 29/7/2015 Ganda Qaajimaa fi Dhibaayyuu leenjii booda sagantaa haaromsaa

07/04/2023
Leenjiin akkuma Xumurameen Daawwannan qonna magaalaa taasifameera. Bitootessa 29/2015
07/04/2023

Leenjiin akkuma Xumurameen Daawwannan qonna magaalaa taasifameera. Bitootessa 29/2015

Bulchiinsa magaalaa Bishooftuu, Ganda Qaajimaa fi Dhibaayyuu tti Leenjiin Caasaalee Gandaa,Gurmaa'insa Gandaa fi gandaa ...
07/04/2023

Bulchiinsa magaalaa Bishooftuu, Ganda Qaajimaa fi Dhibaayyuu tti Leenjiin Caasaalee Gandaa,Gurmaa'insa Gandaa fi gandaa gadii Jaarmiyaalee Dargaggoota fi Dubartoota guyyoota shaniif gaggeeffamaa Ture Haala gaariin xumurameera.

Bitootessa 24/7/2015 hiriira deeggarsa muummicha ministerra keenya bifa qinda'aa fi hoo'aa ta'een gaggeeffameera. Hiriir...
02/04/2023

Bitootessa 24/7/2015 hiriira deeggarsa muummicha ministerra keenya bifa qinda'aa fi hoo'aa ta'een gaggeeffameera. Hiriira kana irrattis ummanni keenya guyyaan Kun guyyaa seena qabeessa fi obbolummaan sabdaneessummaa itti mirkana'e jedhaniiru.

Allaattiin fiigaa ooli reeffi ishee lafa hin hanqatu.onkololeessa 24/2015 yaadannoon goota  RIB keenya ganda Qaajimaa fi...
03/11/2022

Allaattiin fiigaa ooli reeffi ishee lafa hin hanqatu.onkololeessa 24/2015 yaadannoon goota RIB keenya ganda Qaajimaa fi Dhibaayyuu keessatti gaggeeffameera. Guyyaan kun guyyaa yoomuu sammuu ummata biyya keenyaa keessaa hin baanedha. Kanaaf ummanni keenya bara baraan gootota keenya kana ni yaadata. Haaluma kanaan guyyaa kana Awwaalchi Juuntaa illee Bifa nama gammachiisun taasigameera.

Guyyaa 12/2/2015 hiriirri guddichi DRIB magaalaa Bishooftuutti bifa hoo'aa ta'een gaggeeffameera.Birmadummaan keenya haa...
22/10/2022

Guyyaa 12/2/2015 hiriirri guddichi DRIB magaalaa Bishooftuutti bifa hoo'aa ta'een gaggeeffameera.
Birmadummaan keenya haa kabajamu.

16/10/2022
Gaafa guyyaa 07/02/2015 ganda Qaajimaa fi Dhibaayyuu keessatti konfiransiin paartii badhaadhinaa kurmaana 1ffaa gaggeeff...
16/10/2022

Gaafa guyyaa 07/02/2015 ganda Qaajimaa fi Dhibaayyuu keessatti konfiransiin paartii badhaadhinaa kurmaana 1ffaa gaggeeffameera. Haaluma kanaan gabaasni hojii paartii fi mootummaa dhiyaateera. Gamaaggamni illee gaggeffameera. Hanqinnii fi ciminoonni jiran illee iftoominaan ka'anii, haanqina keenya akka guuttannu fi cimina keenya itti fufnuuf kallattiin Bulcha bulchiinsa ganda Qaajimaa fi dhibaayyuu Obbo Alamaayyoo Kabbadaatin, Deeggartota ganda keenyaa obbo Alamaayyoo Mokonnon fi Obbo Sintaayyoo margaatin kennameera.

Address

Kejima And Dibayu
Debre Zeyit

Telephone

+251941367484

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kejima & Dibayu Communication posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share