26/12/2020
Hafte midhaani ykn Qarmii lafarati dhisuun Faayida maal qabaa%&$ #@
Godina Sh/Bahaa Aanaa Gumbichuutti hojiin sassabii omisha akkuma itti fufeti jiraa
Aanicha kessatti itti Fayadamnii mekanizashinii Qonnaa yeroo gara yeroti dabalaa kan dhufe yoo ta'u bara kanasa kilaastaroota misooma karaa wal fakkatun sasabin isa Kombaayinaran gaaggefama jiraa
Hafte midhaanii ol qabani Hamun faayida maal qaba?
$@ Xaa'umma biyye ni dabala
%& Dhiqama biiyye ni hir'isa
&%$ Jidhinsaa biyye keenya ni egaa
$% # Dhibbewwan adda adda ni hir,'atu
% Omishtummaa keenyas nidabala
Waan tahefuu Q/bultonni keenyaa muxxanno Ganda L/cafe kessati hojetame kanarra waan gudda baratu jeenee egna waan tahefu Gandoota hunda kessatti babal'chu qaba
""" Dhumarattis Beelada gadi dhisuun አድድ maledha waan tahef hidhaa nyaachusa""