Revival fire world wide

Revival fire world wide Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Revival fire world wide, Debre Zeyit.

dhaloota badii
29/03/2026

dhaloota badii

Challenge nama โ€˜Jesusโ€™ jedhe barreessee add godhaaใ€ฝ๏ธ๐Ÿ’ฅ suuraa kan hunda like ๐Ÿ‘ godhaa }   #๐šˆ๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ14:6
26/03/2026

Challenge nama โ€˜Jesusโ€™ jedhe barreessee add godhaaใ€ฝ๏ธ๐Ÿ’ฅ suuraa kan hunda like ๐Ÿ‘ godhaa }
#๐šˆ๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ14:6

Waldaan Warra Wangeelaa Mekaane Yesuus Itoophiyaa namoota sigiga lafaatiin miidhamaniif Birrii miiliyoona 1 arjoomte.Mo'...
25/03/2026

Waldaan Warra Wangeelaa Mekaane Yesuus Itoophiyaa namoota sigiga lafaatiin miidhamaniif Birrii miiliyoona 1 arjoomte.

Mo'aa: (Bitootessa 25. 2026) Finfinnee

Waldaan Warra Wangeelaa Mekaane Yesuus Itoophiyaa Godina Gaamootti balaa sigiga lafaan namoota miidhamaniif Birrii miiliyoona 1 deeggarsa taasistee jirti.

Deeggarsa kana dabarsanii kan kennan Pirezidaantiin Waldaa Warra Wangeelaa Mekaane Yesuus Itoophiyaa Lubni/Doktar yoonaas Yiggazuu balaa qaqqabe kanaaf gaddi guddaan itti dhagahamuu ibsanii, maatii miidhamtootaaf jajjabina, namoota lubbuun hafaniif ammoo jajjabina hawwaniiru.

Pireezidaantichi itti dabaluudhaan balaan kun kan hamilee namaa tuquu fi miidhaa guddaa kan geessise taโ€™uu ibsaniiru.

Deeggarsi kun marsaa jalqabaa taโ€™uu kan ibsan Pirezidaantichi, waldaan kun tattaaffii miidhamtoota deebisanii dhaabuuf taasifamaa jiru keessatti dammaqinaan akka hirmaattuu fi deeggarsa itti fufiinsa qabuun mootummaa godina Gaamoo cina akka dhaabbattu mirkaneessaniiru.

Itti Dabaluudhaan Lubniu Dr Yoonaas Yiggazuu "Konfaransii idil-addunyaa tibbana gaggeeffamerratti miidhaa Godinicha keessatti qaqqabe irratti mari'anneerra. Har'a argamuun keenya gaddaafi gamtaa keenya ibsuuf, deeggarsa bifa hedduudhaan deebi'uun deggersa keenya itti fufna," jedhan.

Bulchaan Godina Gaamoo Doktar Damisee Adimaasuu Deeggarsa kana wayita fudhan, sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 81 darbuu fi hedduun qe'ee isaanii irraa buqqa'uu yaadachiisaniiru.

Bulchaan yeroo rakkisaa kana keessatti kadhannaa, deeggarsa maallaqaa fi meeshaa waldaan kun goote, akkasumas jajjabina isheen ibsiteef maqaa miidhamtootaa fi mootummaatiin galateeffatanii jiru.

Miidiyaalee Hawaasaa Keenya Kanbiroo argachuuf:-
Website; https://moaatv.com/
Telegram; https://t.me/tvmoaa1
Youtube; https://www.youtube.com//videos
Tiktok:- https://www.tiktok.com/.moaa2?lang=en 'Subscribe, like, shareโ€™ gochuun nu hordofaa.

RAAJII ADDAATI๐Ÿ’ฅ(40A+ Department of Psychiatry)Yuunivarsiitii Haramaayaa, Kolleejjii Saayinsii Fayyaa irraa course 43 fud...
25/03/2026

RAAJII ADDAATI๐Ÿ’ฅ
(40A+ Department of Psychiatry)

Yuunivarsiitii Haramaayaa, Kolleejjii Saayinsii Fayyaa irraa course 43 fudhatte keessaa 40A+ fiduudhaan geeba lamaafi warqee badhaafamtee jirti; muummee psychiatry kan taate barattuu Tsiyoon Buzunaa cichoominaa fi gahumsa keessoo ishee sirnaan fayyadamuudhaan kaayyoo ishee galmaan gahuu dandeessee jirti.

Sanuu kolleejjii saayinsii fayyaa irraa, inumaa muummee psychiatry irraa 40A+, CGPA 3.97 fi exit exam 90/100๐Ÿซก๐Ÿ’ž

Gareen Shororkeessitoota Musliimaa mucaa keenya seeratti osoo hin dhiheessiin mana keessatti qofaatti ugguranii dararaa ...
25/03/2026

Gareen Shororkeessitoota Musliimaa mucaa keenya seeratti osoo hin dhiheessiin mana keessatti qofaatti ugguranii dararaa jiru jedhama jira. Embassy Ethiopia Keeniyaa jiruu fi Christian community Keeniyaa jiru, hawwaasni Oromoo bakka sana jiru, dhimma mucaa Oromoo Karaa Finxaleessitoota amantaa dararaan irratti gaggeeffamaa jiru kanaa karaa seeraan akka ilaalamu kabajaan gaafanna. Seerri arrabsoo dhorku, darara finxaalessitootni amantaa namarraan geessitus in dhowwa. Seeratti dhiheessuun sirrii, jibba gandaa fi amantaa biraan machaahanii nama qofaatti filanii ugguranii dararuun immoo hamminadha. Inni kun Muhammad isa lubbuun hin jirre irra natti aana!

Kaadhimamtoota paartii Badhaadhinaa filannoof dhi'eesse keessaa isheen kun nuuf taate jirti. Akkuma Oromoo harka qabdee ...
25/03/2026

Kaadhimamtoota paartii Badhaadhinaa filannoof dhi'eesse keessaa isheen kun nuuf taate jirti.
Akkuma Oromoo harka qabdee Sharaatan geessitetti ammallee harka qabdee 4kiiloo nugeessiti ๐Ÿ˜

๐Ÿฅฒ๐Ÿ’”๐Ÿ˜ญEgaa Wanti hundinuu daangaa qaba, hamma guyyaa Waaqayyo jiraadhu jedhe jiraatta, Guyyaakeeti siin jennaan irra hin da...
25/03/2026

๐Ÿฅฒ๐Ÿ’”๐Ÿ˜ญ
Egaa Wanti hundinuu daangaa qaba, hamma guyyaa Waaqayyo jiraadhu jedhe jiraatta, Guyyaakeeti siin jennaan irra hin darbitu, Wallaalaas ta'i beekaa, xiqqaas ta'e guddaa, dargaggeessas ta'e Maanguddoo, ga'e jennaan eenyuuniyyuu hin qusatu. Egaa Mucaan asii gaditti argitan kun dargaggeettiidha, Utuuma mana abbaashee keessa hojjettuu, gara isa hojjechaafii turtee deemtee jirti, Itti dhiyeenyaan mucayyoo kana beekuu baadhus, Umuriii kanatti dachee kanarraa godaanuun akka namummaatti gadda guddaatu natti dhaga'ame๐Ÿฅฒ Addumatti akkan rifadhu kan na godhe, Ayyaana dhufaa jiru kanatti akka ijaarrattun dhaga'een miirakoo to'achuu dadhabeen gadde๐Ÿ’” Kanas ta'u sanas Waaqayyo hin komatamu, hin hamatamus, Ani inni hin beekneyyuu akkasin gadde garuu maatiin dhalchee guddifate akkam akka isaan ta'an Waaqayyo haa beeku, Anis du'a ishee Hiriyoota isheerraa hubadheen rifadhe. Waaqayyo waan godheef beeka, warri utuu isin hin beekin, hin akeekin tasuma gaddi isinitti gale, Waaqayyo Ayyaanaa fi Araara isaan isin haa jajjabeessu๐Ÿ’”๐Ÿคฒ

Waaqayyo Abbaankee mirga isaa si keewwatu Obboleettii nana๐Ÿ™

Bara faallaa kanamee!๐Ÿ˜ข

Nabiyyi mahamad sawa ijoollee dubaraa 15 waliin halkan tokkotti akka buluu quraannii nii dubbataafii. sawa jedhii darbii
25/03/2026

Nabiyyi mahamad sawa ijoollee dubaraa 15 waliin halkan tokkotti akka buluu quraannii nii dubbataafii. sawa jedhii darbii

Gurbaan kun moo sadii ulfesse jiraa
25/03/2026

Gurbaan kun moo sadii ulfesse jiraa

nabiyuu mahamad sawa RIP๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ   nabiyii maameen otuu daa'iima waggaa saddeetii waliin ciisee deebi'uu janata keessatti ba...
25/03/2026

nabiyuu mahamad sawa RIP๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
nabiyii maameen otuu daa'iima waggaa saddeetii waliin ciisee deebi'uu janata keessatti balaan konlolaataa isa mudatee lafatii kufee jiraa jedhanii.
deemii awwaalii warrii ilmoo isaa taatee

Address

Debre Zeyit

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Revival fire world wide posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share