ATK Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuu

ATK Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from ATK Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuu, Public & Government Service, Debre Zeyit.

Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuutti leenjiin Ogeessota Konistiraakshinii hojii 1. Anaatsi...
14/03/2026

Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuutti leenjiin Ogeessota Konistiraakshinii hojii
1. Anaatsii (Carpentary)
2. Masonary (Ginbanyaa)
3. Ferraayyoo
4. Plastering
5. Electricial
6. Hojii Sibiilaa
7. Hojii Mukaa
8. Oomisha polokkeettiifi kkf irratti bobba`aniif Madaalliin Gahumsa Ogummaa kennuu haala gaariin adeemsifamaa jira.

14/03/2026
19/02/2026

🎯*አማራ እና ኦሮሚያ ላይ ሆናችው ተቆጣጥረናል ለምትሉት እስኪ አሳዩን የት ነው ያላችሁት* 🧐🤔

19/02/2026
19/02/2026
  Taayitaa Konistiraakshinii Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuu #‎Haaromsa_Aadaa  Guddina Aadaa, Duudhaafi Tokkummaa Biyyool...
07/02/2026

Taayitaa Konistiraakshinii Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuu
#‎Haaromsa_Aadaa Guddina Aadaa, Duudhaafi Tokkummaa Biyyoolessaa Cimsuuf!.
‎=========
leenjiin Haaromsa Aadaa, Mata Duree "Haaromsi Aadaa Dhaloota Aadaa hojii gonfateen Badhaadhina Hunda galeessa dhugoomsuuf" jedhuun Mootummaaf kennamee jira.

Leenjii kenname kana Irratti ‎Aadaa fi duudhaa ganamaa jiru cimsuuf dhaloota aadaan hojii dagaage oomishuu barbaachisadha. Haaromsa aadaa Oromoo sirna ammayyaa fi haala yeroo ammaa waliin wal simsiisuun ijaaruu, Haaromsuu fi Jabeessuu irratti leenjiin kennamee jira.

‎Aadaan Oromoo bu’uura eenyummaa keenyaati. Seenaa, Safuu, Afaan, Duudhaa fi Falaasama jireenyaa saba keenyaa of keessatti hammata. Haa ta’u malee sababa dhiibbaa gara garaatiin aadaan keenya hedduun laafee, dagatamaa fi cabsamaa tureera. Kanaafuu haaromsi aadaa Oromoo dirqama dhaloota har’aati.

‎Haaromsa Aadaa kanaanis wantoonni Haaromfamuu qaban ijoo Aadaa hojii keenyaa, Aadaa siyaasaa ana malee (nu malee), ilaalcha hirkattummaa durii irratti hirkachuu, amala, Duudhaa fi Naamusa guddinaa danqanii fi ilaalcha karaa qaxxaamuraa fayyadamuu barbaaduu irraa Haaromfamuudha.

‎Haaromsa aadaa geggeessuun Aadaa haphate gabbisuuf, Aadaa dhokatte mul’isuuf, Aadaa jiru itti fufsiisuuf, Aadaa makamte qulqulleessuuf, Aadaa badde deebisuuf, akkasumas barmaatilee miidhaa fidan hir’isuuf ni gargaara kan jedhu ibsamee jira

28/01/2026
25/01/2026

ምንም ማድረግ አይቻልም ቻለው🤣🤣🤣🤣

Address

Debre Zeyit

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ATK Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share