Deder District Health Office

Deder District Health Office Health and Health Related Information

13/02/2024
29/12/2023

The Victim of the HOLOCOST is Repeating Another HOLOCOST!

STOP killing the Innocent Palestinians!

Another HOLOCOST Must Not REPEATED!

29/12/2023

The Victim of the HOLOCOST is Repeating Another HOLOCOST!

STOP killing the Innocent Palestinians!

Another HOLOCOST Must Not REPEATED!

Humanity & Humanitarian Aid!

Godina Harargee Bahaa, Bulchiinsa Aanaa Dadaritti; Waajjira Fayyaa Aanaa Dadar:=> Guyyaa 05/04/2016Leenjiin hubannoo uum...
15/12/2023

Godina Harargee Bahaa, Bulchiinsa Aanaa Dadaritti; Waajjira Fayyaa Aanaa Dadar:

=> Guyyaa 05/04/2016

Leenjiin hubannoo uumuu Faana Dhawiinsa Weerara Dhukkubootaa, Ittisaa fi To'annoo weeraraa irratti xiyyeeffachuun "guyyaa lamaaf" {04-05/04/2016'tti} dhaabbata deeggarsaa 'World Vision Ethiopia' waliin ta'amuun HEF (HEWs) fi Ogeeyyii Fayyaatiif kennamaa ture xumura argatee jira.

Leenjii hubannoo uumuu guyyaa lamaan kennamee ture kanaan dhimmoonni qabxiilee asiin gadiitiin ibsamanii fi duraa duubaan tarreeffaman;-

=> Active Surveillance, Screening, Contact Tracing and Referral
=> AFP (Acute Flaccid Paralysis)
=> Measles Outbreak Prevention and Control
=> Cholera Outbreak Investigation, Prevention & Control
=> WASH - Cholera
=> Cholera and IPC

Xiyyeeffannoo argatanii hubannoon irratti kennamee jiraachuu fi dandeettiin raawwachiisummaa gama kanaan jiruus akka dabalu taasifamee kan jiru ta'uu isaati!

Dhuma leenjichaa irrattiis dhimma fooyya'iinsa kafaltii miseensummaa IFH irratti taasifamee fi bara hojii 2016 eegalee sadarkaa Paayileetiin Aanaa keenyatti hojiirra oolfamu ilaalchisuun hirmaattootaaf hubannoon waliigalaa akka kennamu godhameera!

29/09/2023

Wise Registry Cleaner is one of the safest registry cleaning tools available in the market today. Its scanning engine is thorough, safe and fast. It is so easy...

24/08/2023

500 million+ members | Manage your professional identity. Build and engage with your professional network. Access knowledge, insights and opportunities.

Godina Harargee Bahaa Bulchiinsa Aanaa Dadaritti;=> Guyyaa 30/15/2015Waltajjiin gamaaggama raawwiii hojii waliigalaa kan...
06/08/2023

Godina Harargee Bahaa Bulchiinsa Aanaa Dadaritti;

=> Guyyaa 30/15/2015

Waltajjiin gamaaggama raawwiii hojii waliigalaa kan Waajjira Fayyaa Aanaa bara hojii 2015 fi Kallattii Qophii Karoora Hojii bara 2016; guyyaa lamaaf turuu fi guyyaa kaleessaa (29/11/2015) gaggeeffamuu eegalee jiru; guyyaa har'aa (30/11/2015) xumura argatee jira.

Address

Deder, East Hararghe
Deder

Opening Hours

Monday 08:30 - 17:30
Tuesday 08:30 - 17:30
Wednesday 08:30 - 17:30
Thursday 08:30 - 17:30
Friday 08:30 - 17:30

Telephone

+251920688755

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Deder District Health Office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Deder District Health Office:

Share