Zakii Page

Zakii Page Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Zakii Page, Public swimming pool, H. B. A. Dadar, Deder.

Harifumaan Rassuula hordofuu caale hin jiru Sallallahu Allehi wassallam❤️❤️
11/08/2026

Harifumaan Rassuula hordofuu caale hin jiru Sallallahu Allehi wassallam❤️❤️

07/08/2026
28/07/2026

Oro tiyaa page tana foolw naf godhaa🦾

Wantoota 4 Tan Dafanii Akka Dullooman Nama Taasistu !!!••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••1: Haas...
21/06/2026

Wantoota 4 Tan Dafanii Akka Dullooman Nama Taasistu !!!
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

1: Haasawa Hedduu
2: Hirriiba Hedduu
3: Nyaata Hedduu
4: Qunnamtii Saalaa Hedduu

• Hedduu haasawuun beekaa nama hin gootu, hayyuun nama hedduu haasawu osoo hin tahin nama hedduu dhageeffatee dubbii takkaan nama Furu jechuudha. Haasawa heddummaachuun Humna teenyarra dadhabbii Fida, humni dadhabnaan ammoo Yeroo Gabaabduu keessatti dullumti namatti dhufti. Kanaafuu haasawa heddummeessuurraa of haa Qusannuu.

• Hirriiba heddummaachuun dhukkuba qaamaa fii qalbii namatti fiddi, Namni karoora hedduu Qabu hirriiba hin heddummeessu, Guyyaa guutuu rafaa ooluun fayyaa osoo hin taane dhukkuba, hirriibni hedduun daftee akka dulloomtu waan si taasisuuf hanga dandeessetti hirriibuma qiyaasaa rafi.

• Nyaanni hedduun fayyaa qaama Keenyaa irra dhiibbaa Fida, nyaata heddummeessuun dullumaaf nama saaxilti, fayyaa tee yoo barbaadde Nyaata hanga murtaawaa beela si baasu qofa nyaadhu, ifirra heddummeessitee mudhii if hin kutin.

• Walqumnamtii saalaa Daangaa ol heddummeessuun fayyaa teenyaaf gaarii miti, wanti hundi qiyaasumatti tolti fedhii tiyyaan guuttadha jattee if hin halaakhin.

Barreeffama kana dubbisaatii share waliif godhaa.

By:@

20/06/2026

Waliin Atii naf – Reefu akka leellistoota olaanoo isaanii keessaa tokko ta'etti beekamtii argadhe!

01/06/2026

Zakiir Adam Mahammd

29/05/2026

Baajii deeggaraa 1 Zakiir Adam Mahammd irraa fudhadheera.

22/05/2026

Waliin Zakiir Adam Mahammd – Reefu akka leellistoota olaanoo isaanii keessaa tokko ta'etti beekamtii argadhe!

Address

H. B. A. Dadar
Deder

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Zakii Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share