Poolisii Tiraafikaa Dirree

Poolisii Tiraafikaa Dirree Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Poolisii Tiraafikaa Dirree, Government Organization, Dire Dawa.

    Gaarii✍️  Yeroo Barnootaa Wan Ta'eef   Dursaa Laadha‼️➢ Baratoonii Yeroo Gara Mana Barnootaa Deemtaan Of Eegannoo Go...
25/09/2023

Gaarii✍️
Yeroo Barnootaa Wan Ta'eef Dursaa Laadha‼️
➢ Baratoonii Yeroo Gara Mana Barnootaa Deemtaan Of Eegannoo Gochuu Qabdaan.
Ykn Mallatoo Adii Fayyadamuu konkoolachisaa Bitaa Fi Mirgaa Keessaan Ilaaltanii Deemuu Karraa Keessaan Qabatanii Deemuu Qabdu.
➢Konkolaachiftoonii Yeroo Garaa Mana Geessaan Safisaa Keessaan Iriisuu Qabdu, Baratootaf Dursaa Laachuu Qabdu.

  Dadhaabii Qammaa Cimmaa Qabdan Fi Fayyaan Qammaa Keessanii Sirnaa Gaha Tahe Irraa Ossoo Hin Jiree Konkolaachisuun Bala...
25/08/2023

Dadhaabii Qammaa Cimmaa Qabdan Fi Fayyaan Qammaa Keessanii Sirnaa Gaha Tahe Irraa Ossoo Hin Jiree Konkolaachisuun Balaa Tiraafikaatif Nu Saxiluu Danda'a.
➢Boqonnaa Gaha Ta'e Ossoo Hin Fudhatin Ykn Fayyaa Qammaa Gutuu Ta'ee kessaa Osoo Jiree Konkolaachisuun Murtee Hatatamaa Akkaa Hin Fudhanee Nu Godhaa Akkasumatilee Akkaa Hin Arginee Nu Godhaa, Balaa Tiraafikaa Hammaaf Nu Saxiluu Danda'aa.
➢Yeroo Fayyaa Qammaa Gutuu Hin Qabnee Konkolaachisuu Caalaa Garraa Mana Yaalaa Deemuu Qabna.
➢Yeroo Dadhabii Qammaa Qabnuu Boqonnaa Gahaa Ta'ee Fudhachuu Qabnaa, Gorsaa kanneen Sirnaan Itti Fayyadamuun Balaa Tiraafikaa Nuraa Fi Namootan Biroo Irraa Dhufu Danda'u Ittisuu Qabna.
➢Ogummaa Keenyaan Sirnaa Konkolaachisumaa Itti Gafatamumaa Keenyaa Bahachuu Qabnaa.

  Keenyaa Kan Boruuf Har'aa Ashaaraa Magaariisaa Haa Dhabnuu.🌴🌴
17/07/2023

Keenyaa Kan Boruuf Har'aa Ashaaraa Magaariisaa Haa Dhabnuu.🌴🌴

  Waliigalaa Poolisii Dirree Dhawattii Darektarii Darektareetii To'aannoo Tiraafikaa Daandii Hoggantoota Fi Miseensonii ...
16/07/2023

Waliigalaa Poolisii Dirree Dhawattii Darektarii Darektareetii To'aannoo Tiraafikaa Daandii Hoggantoota Fi Miseensonii Deggarsaa Bussii Walloo Kan Ji'a Parsantii 1 Kan Turree Garaa Parsantii 2 Akkaa Ool Guddaatuu Sagallee Gutuun Walii Galaanii Jiru.
➢Kaka'umsii Yaddaa Kabajamoo Komishinara Margatiin Kan Dhiyyatee Yomuu Ta'u Hoggantoota Fi Miseensonnii Kutaa Yeroo Gaddaa Fi Gammachuu Mallaqaan Wal Deeggaruu Aadaa Deggarsaa Dhabbataa Fakkatuu Waldeegarsii Aadaa Akkaa Jiraatuu Fi Yeroo Amaan Durraa Hoggantoota Fi Miseensonnii Kafaltii Ji'aa Mindaa Issaanii Iraa Parsantii Tokko Akkaa Murammuu Walii Galteen Akkaa Turree Dubbachuun Yeroo Ammaa Degarsii Miseensaa Kanamuu Idda'amuun Matiifis Akkaa Ooluutii Hoggannaan Darektaraa Darektareetii To'annoo Tiraafikaa Ol'aannaan Inspeektaraa Shifaraa Yaddaa Irraatii Miseensoota Mari'achisuun Irraa Fayyadamoo Akkaa Ta'an Miseensootaf Ibsanii Jiru.
➢Miseensoonii Poolisii Tiraafikaa Dirreetis Kaka'umsaa Yaddaa Kan Dhiyyeessaan Kabajaamoo Komishinaara Marga Galateefamuu Qaba Jechuun Hangii Deggarsaa Parsaantii 2 Akkaa Guddatuu Sagalee Gutuun Walii Galaannii Jiru.

➢Qadhimamtoota Konkolaachisaatif Barnoonii Hubbannoo Uumuu Latamee Jira.➢Qajeelchaa Waaliigalaa Poolisii Dirree Dhawaati...
12/07/2023

➢Qadhimamtoota Konkolaachisaatif Barnoonii Hubbannoo Uumuu Latamee Jira.
➢Qajeelchaa Waaliigalaa Poolisii Dirree Dhawaatii Darektaraa Dareektareetii To'annoo Tiraafikaa Mana Leenjii Konkolaachisaa Lageetii Argammuun Qadhimamtoota Konkolachisaatif Ka'umsaa Balaa Tiraafikaa Fi Midhaa Issaaratui Baratootaf Hubbannoo Kanamee Jira.

  Geejibbaa Daandii Mirkaneessuuf Gaheen Hawaasaa Murteessaadha➢Nageenyaa Geejjibaa Mirkaneessuf Tajaajilii Poolisii Tir...
09/07/2023

Geejibbaa Daandii Mirkaneessuuf Gaheen Hawaasaa Murteessaadha
➢Nageenyaa Geejjibaa Mirkaneessuf Tajaajilii Poolisii Tiraafikaa Dirree Keennaa Jiru Akkumaa Itti Fufeeti Jira.
➢soochii Tiraafikaa Daandii Safisaa Qabu Fi Taariifaa Humnaa O'lii Ittisuu Keessatii Gaheen Hawaasaa Fi Qammaa Nageenyaa Murteessadhaa.
➢Konkolaachiftoota Taariifaa Hangaa Seeraan Hayamamee Olii Hawaasaa Gafaatan Hawaasnii Qammaa Nageenyaa Daandii Irrattii Argamaan Ykn Poolisii Tiraafikaatii Eeruu Lachuun Olantummaa Seeraa Mirkaneessuu Qabdu.

  Tiraafikaa Dirree.✅Qajeelchaa Waliigalaa Poolisii Dirree Dhawaatii Darektara Darektareetii To'annoo Tiraafikaa Fi Buuf...
16/06/2023

Tiraafikaa Dirree.
✅Qajeelchaa Waliigalaa Poolisii Dirree Dhawaatii Darektara Darektareetii To'annoo Tiraafikaa Fi Buufaata Poolisii Malkaa Jabduu Waliin Ta'uun Abbootii Ammantiitif Hubannaa Laatamee Jira.
✅Sagantaa Hubbanaa Kanaa Irrattii Wa'ee Hammeenyaa Balaa Tiraafikaa Daandii Iriisuu Irraatii Abbootii Amaantaa Iraa Maltuu Eegamaa Mata Duree Ja'uun mariin Balaan Godhamee Jira.
✅lttii Ansuun Abbootiin Ammanta Hordoftotaa Amantaatif Hubbanaa Cimmaa Lachuun Itti Gafatamummaa Isaanii Akka Bahataanii Fi Kutaa Darektara Darektareetii To'annoo Tiraafikaa Waliin Akka Hojeetaan Dhamanii Jiru.

  Tiraafikaa Dirree.  Waliigalaa Poolisii Dirree Dhawaati Darektaraa Darektareetii To'annoo Tiraafikaa Fi Abbaa Taayitaa...
14/06/2023

Tiraafikaa Dirree.
Waliigalaa Poolisii Dirree Dhawaati Darektaraa Darektareetii To'annoo Tiraafikaa Fi Abbaa Taayitaa Geejjibaa Fi Loojistikii Bulchinsaa Dirree Dhawaa Akkasumatilee Fandii Nageenyaa Daandii Fi Inshuraansii Federaalaa, Ji'ootaan Qorraattii Balaa Tiraafikaa Mudachuu Danda'aan Hir'isuuf Hojiilee To'annoo Fi Sagantaa Hawassaaf Hubannoo Uumuu Cimmee Ji'aa Tokkoof Kan Turuu Ta'uu Issaatii Fi Garree Humnaa Walootii Waliin Kan Gaggeefamuu Ta'uu Issaa Kan Ibsaan Darektaraa Darektareetii To'annoo Tiraafikaa Daandii Kan Ta'an Inispeektaraa Ol'aannaa Shifaraa Ibsanii Jiru.

  Tiraafikaa Dirree.  Fuuldura Keessaan Jiru Bira Darbuuf Murteessuu Dura Of Eeggannoowwan Godhamuu Qabu.✅Masmaraa Daand...
14/06/2023

Tiraafikaa Dirree.
Fuuldura Keessaan Jiru Bira Darbuuf Murteessuu Dura Of Eeggannoowwan Godhamuu Qabu.
✅Masmaraa Daandii Addaan Qoodu Sarara Jabaa Akka Hin Taane Mirkaneessuu.
✅Sararrii Karaa Addaan Qoodu Sochii Kallattii Faallaa Ta'e Ifatti Arguun Danda'amuu Qaba.
✅Daandii Qaxxamuraa Fi Qarqara Qabu Irratti Darbuuf Yaaluu Dhiisuu.
✅Yeroo Konkolaattonnii Fe'iina Fi Dheeraan Fuuldura Keenya Keenya Deeman Bira Darbuuf Yaaluu Keenya Dura Kallattii Faallaa Ta'e Sirriitti Arguu Hanga Dandeenyuttii Obsaan Konkolaachisuu Qabna.
✅Yeroo Dursuuf Deemnuu Xurumbaa Dhageessisuu Fi Frecha Barbaachisaa Ta'e Agarsiisuu Qabna.
✅Gama Mirgaatiin Darbuuf Yaaluu Dhiisuu.
✅Of Eeggannoo Gochuu Qabnuu Gochuun Balaa Tiraafikaa Daandii Haa Itisnuu.

  Tiraafikaa Dirree.✅Magaalaa Dirree Dawaa Keessatii Konkolaachisaan Tajaajila Taaksii Guyyaa Kan Ta'ee Dargaggoon   Bay...
09/06/2023

Tiraafikaa Dirree.
✅Magaalaa Dirree Dawaa Keessatii Konkolaachisaan Tajaajila Taaksii Guyyaa Kan Ta'ee Dargaggoon Bayanee Iphone Gatiin Issaa Kumaa 30,000Tilmaamamu,Bajajii Lakkofsii Gabatee Issii 1-13503D/R Irratii Dagatamee Turee Abbaaf Deebisee.
Konkolaachisaa Ogummaa Kabbajamaa Fi Amantummaa Qabudhaa.

  Barumsaa Haloolee Sadarkaa 1FFaa Fi Gidduu Galeessaa Fi Mana Barumsaa Sadarkaa 1ffaa 3m Ittii Argamuun Baratootaf Baru...
03/06/2023

Barumsaa Haloolee Sadarkaa 1FFaa Fi Gidduu Galeessaa Fi Mana Barumsaa Sadarkaa 1ffaa 3m Ittii Argamuun Baratootaf Barumsaa Hubbannoo Uumuu Kennameefii Jira.
✅Qajeelchaa Waliigalaa Poolisii Dirree Dhawaatii Darektaraa Dareektaretii To'annoo Tiraafikaa Dandii Fi Buufaata Poolisii Halooleeti Dammee Tajaajilaa Poolisii Hawaasaa Waliin Ta'un Wa'ee Hameenyaa Balaa Tiraafikaa Fi Itti Fayyadamaa Dandii Millaa Irraatii Baratootaaf Hubannoon Bal'aan Keenameef.
✅Baratoonii Hubbanaa Cimmaa Argatanii Akkaata Itti Fayyadamaa Dandii Fi Balaa Tiraafikaa Iraa If Tiksaan Barumsaa Lannaaf

  Tiraafikaa Dirree✅Magaalaa Dirree Dhawaati  Keessatii Konkolaachisaan Tajaajila Taaksii Halkanii Kan Ta'ee Dargagoon  ...
02/06/2023

Tiraafikaa Dirree
✅Magaalaa Dirree Dhawaati Keessatii Konkolaachisaan Tajaajila Taaksii Halkanii Kan Ta'ee Dargagoon Zinabuu Dachasaa Kan
Jedhamuu Bilbillaa Samsung Galaxy A13 Birrii Kuma 16 Ta'uu Lakkoofsa Gabatee Issaa 1-09837 kan Ta'ee Irraatii Dagatamee Kan Turee Abbaa Qabeenyatif Debiee.
✅ Konkolaachisaan kun Qajeelchaa Waliigalaa Poolisii Dirree Dhawaatii Darektara Darektareetii To'annoo Tiraafikaa Danditii Qammaan Argamuun Abbaa Qabeenyaatif Deebisee Jira.
✅Ogummaan Konkolaachisaa Ogummaa Kabbajamaa Fi Amanamaadhaa.

Address

Dire Dawa
1234567

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Poolisii Tiraafikaa Dirree posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share