Hirnaa carcar

Hirnaa carcar Hirnaa.carcar

09/08/2026
02/08/2026

Tujjaarri Aliikoo Daangoote qabeenya isaa harka sadii keessaa tokko harka-qalleeyyiif akka arjoomu ibse

++++++++++++++

Dhugaa Media Finfinnee, Adoolessa 29, 2026-Dureesssa Afirikaa beekamaa fi biiliyoonarri Naayijeeriyaa, Aliikoo Daangoote qabeenya isaa keessaa harka sadii keessaa tokko (dhibbeentaa 33) dhaabbilee tola ooltotaa harka-qalleeyyii gargaaraniif akka arjoomu beeksise.

Intalli isaa Haliimaa Daangoote gaaffii fi deebii Biluumbargi waliin taasisteen, murteen kun maatii Aliikoo Daangootee hunda biratti deeggarsa guutuu akka qabu ibsite, qabeenyi Aliikoo Daangoote yeroo ammaa doolaara Ameerikaa biiliyoona 35 oliin kan tilmaamamus yoo ta'u, kana keessaa dhibbeentaan 33 jechuunis doolaara biiliyoona 11 hanga 12 ta'u dhaabbilee tola ooltummaaf akka oolchus beeksise.

Kunis seenaa Afirikaa keessatti qabeenya dhuunfaan arjoomame keessaa isa guddaa keessaa tokko yoo ta’u, maallaqni kun pirojektoota yeroo dheeraa kanneen dameewwan fayyaa, barnoota, wabii nyaataa fi hojii gargaarsa namoomaa irratti xiyyeeffatan deeggaruuf akka oolus ibsameera.

Akkasumas, murteen kun kan beeksifame yeroo Aliikoo Daangoote daldala isaa gara doolaara biiliyoona 100'tti guddisuuf hojjechaa jiru fi itti-gaafatamummaa dhaabbilee isaa dhaloota itti aanutti dabarsuuf qophii taasisaa jirutti ta'uunis gabaafameera.

MADDI: BILUUMBARGI

18/08/2025

Waliin Mana Qoricha Aadaa Oromiyaa – Reefu deeggartoota isaanii ka’aa jiran keessaa tokko ta’uun beekamtii argadheera! 🎉

ittii Irkaatuu duraa addaani fira bafadhuu
08/08/2025

ittii Irkaatuu duraa
addaani fira bafadhuu

Teknoolojiifi Sayinsiidhaa Adunyaa Ajabisisaa kani jiruu mucuuni Etoophiyaa Kani tatee   Adunyaa     bishaani gubbaa qub...
29/04/2025

Teknoolojiifi Sayinsiidhaa
Adunyaa Ajabisisaa kani jiruu mucuuni Etoophiyaa Kani tatee Adunyaa bishaani gubbaa qubatuu hojatee jurti Kunnii rajidhaa aaayi caayinaa

Address

Direedawa
Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hirnaa carcar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share