Mohammed Sufi

Call Website

Mohammed Sufi Sit with people who protect your name in your Absence.✍️

Injifannoo guddaatu galmaawe.👇Dogoggora kaleessaa irraa barachuu kan hin dandeenye ABUT har’as salphina lammaffaaf saaxi...
25/09/2026

Injifannoo guddaatu galmaawe.

👇
Dogoggora kaleessaa irraa barachuu kan hin dandeenye ABUT har’as salphina lammaffaaf saaxilamuu isaa ibsame.

Raayyaa Ittisa Biyyaa RFDI — Fulbaana 15, 2019 A.L.I.

Gareen ABUT kan seeraan ala guyyaa lamaan dura Ajaja Kaaba-Bahaatti balaa geessisuuf yaalii taasisee kasaaraa lubbuu cimaa irra gahe irraa osoo hin bayyanatin, har’aas loltoota hafe walitti qabuun lammata jeequmsa uumuuf socho’aa jiraachuu isaa ajajaan Koorii tokkoo Ajaja Kaaba-Bahaa ibsaniiru.

Gareen kun loltoota du’aafi miidhamarraa hafanii bittinnaa’an walitti qabuun, naannoo dirqama Ajaja Kaaba-Bahaa keessatti haleellaa raawwachuuf yaalii taasiseera jechuun Ajajaan Koorii, Brigadier General Adiisu Badruu, dubbataniiru. Kutaan waraanaa Koorichaa haleellaa kana ittisuun, lola ittisaa fi haleellaa deebii qindaa’aa taasiseen diina irratti injifannoo waraanaa olaanaa galmeessuu isaanii ibsaniiru.

Kutaan waraanaa kun jeequmsa garee kanaa fashaleessuun, duula haleellaa deebii taasiseen:

- Humni diinaa 436 ajjeefameera;
- 44 qabameera;
- Humni diinaa 220 madaa’eera.

Akkasumaas:

👉 4 Dishqaa
👉18 mitraayeesii
👉6 snaayipperii
👉83 qawwee Kilaashinkovii
👉15 raadiyoo qunnamtii Aayikoom
👉2 raadiyoo Akaayitii 77
👉3 meeshaa waraanaa RPG

diinarraa booji’amuu ibsameera.

Ajajoonni kutaa waraanaa akka ibsanitti, rasaasa mitraayeesii 5,000 ol fi rasaasa Dishqaa 1,590 to’annoo jala oolchuun danda’ameera. Kana malees, rasaasota adda addaa fi meeshaalee waraanaa ittiin fayyadaman hedduun diinarraa booji’amuu ibsaniiru.

Brigadier General Adiisu Badruun akka jedhanitti, naannoo dirqama Koorichaa keessatti diinni humnoota waraanaa isaa kanneen 31ffaa, 26ffaa, 15ffaa fi 44ffaa jedhaman guutummaatti bobbaasuun yaalii abdii kutannaa taasiseera. Haa ta’u malee, yaaliin kun fashalaa’ee humni kun rukutamuu ibsameera.

Maddi gabaasichaa: Ajaja Kaaba-Bahaa.

Raayyaa Ittisa Biyyaa RFDI

Injifannoon Raayyaa itti biyyaatiif

22/09/2026
20/09/2026

የኢትዮ-ኮደርስ ስልጠና የ21ኛው ክፍለ ዘመን የሚጠይቀውን የዲጂታል ክህሎት የታጠቀ ትውልድ ማፍራት እያስቻለ ነው - አቶ ጀማል ኢብራሂም

የኢትዮ-ኮደርስ ስልጠና የ21ኛው ክፍለ ዘመን የሚጠይቀውን የዲጂታል ክህሎት የታጠቀ ትውልድ ማፍራት እያስቻለ መሆኑን የሀረሪ ክልል የኢኖቬሽንና ቴክኖሎጂ ኤጀንሲ አስታወቀ።

የኤጀንሲው ኃላፊ አቶ ጀማል ኢብራሂም እንዳሉት፣ በክልሉ በኢትዮ ኮደርስ ስልጠና እስካሁን ከ50 ሺህ በላይ ዜጎች ስልጠናውን ወስደዋል።

ስልጠናውን ከወሰዱት መካከል እስካሁን ከ37 ሺህ በላይ ዜጎች በብቃት በማጠናቀቅ በአለም አቀፍ ደረጃ ተቀባይነት ያለው የምስክር ወረቀት መውሰዳቸውን ተናግረዋል።

በመርሃ ግብሩ ፕሮግራሚንግ፣ ዳታ ሳይንስ፣ አንድሮይድ፣ ሰው ሰራሽ አስተውሎትና ተያያዥነት ያላቸው ስልጠናዎች እየተሰጡ እንደሚገኙም ገልጸዋል።

ሥልጠናው ወጣቶችን የክህሎት ባለቤት ከማድረግ ባለፈ ብቁ፣ ተወዳዳሪና ስራ ፈጣሪ እንዲሆኑ እያስቻለ መሆኑንም አክለዋል።

የአምስት ሚሊዮን የኢትዮ ኮደርስ ስልጠና መርሃ ግብር በክልሉ በታቀደው መሰረት እየተከናወነ እንደሚገኝም አመልክተዋል፡፡

በዚህም የ21ኛው ክፍለ ዘመን የቴክኖሎጂና ዲጂታል ሥምሪት የሚጠይቀውን ዕውቀትና ክህሎት የተላበሰ ወጣት ለማፍራት የኮደርስ ሥልጠና ተጠናክሮ ይቀጥላል ብለዋል።

በክልሉ ስልጠናውን ያልወሰዱ ወጣቶች በቀጣይ ጊዜያት ተመዝግበው እንዲሰለጥኑና የእድሉ ተጠቃሚ እንዲሆኑም ኃላፊው ጥሪ አስተላልፈዋል።

የአምስት ሚሊዮን ኮደርስ ስልጠና ወጣቶችን በዓለም አቀፍ ደረጃ ተወዳዳሪ እንዲሆኑ እያደረገ መሆኑም ይታወቃል።

“The best speech is brief and meaningful.”
19/09/2026

“The best speech is brief and meaningful.”

16/09/2026
16/09/2026
13/09/2026

ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር) ከካዛኪስታን ፕሬዚዳንት ጋር ተወያዩ

ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር) ከካዛኪስታን ፕሬዚዳንት ቃሲም ጆማርት ቶካዬቭ ጋር ተወያይተዋል፡፡

ጠቅላይ ሚኒስትሩ በማህበራዊ ትስስር ገጻቸው ባሰፈሩት መልዕክት የብሪክስ ጉባዔ 2ኛው ቀን ላይ ከካዛኪስታን ፕሬዚዳንት ቃሲም ጆማርት ቶካዬቭ ጋር የሁለትዮሽ ውይይት አድርገናል ብለዋል።

‎በውይይታቸውም በዲጂታላይዜሽን፣ በንግድና ኢንቨስትመንት እንዲሁም በመከላከያ መስኮች የትብብር ዕድሎችን ለማስፋት መምከራቸውን ገልጸዋል፡፡

በተጨማሪም በሁለቱ ሀገራት መካከል ያለውን አጋርነት ይበልጥ ማሳደግ በሚቻልባቸው መንገዶች ዙሪያ መወያየታቸውን ነው የጠቀሱት፡፡

Address

Harar
Fedis
12345

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mohammed Sufi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share