Waliso Land Administration Office.

Waliso Land Administration Office. Service

16/09/2022
Sirni wal harkaa fudhinsaa gandoota daangaa magaalaafi wajiraa lafaa magaala walisoo bakkee hoggansi olaanon Biiroo lafa...
16/09/2022

Sirni wal harkaa fudhinsaa gandoota daangaa magaalaafi wajiraa lafaa magaala walisoo bakkee hoggansi olaanon Biiroo lafaa oromiyaafi kaneen biroo jiranitti rawatee jira.I/G waajiraa lafaa magaala waliso Obboo Birhanuu Shantamaa barrefaama gababaa barbachisumaan walqabatuu ibsuun qaamotaa hirmaanaa taasisan maraa galateefatani jiruu.

Waajiri lafa magaala walisooti dhabilee Afooshaa awalchaa ta'aan magaala keesati argaman waliin mariin hirmaachisaa ta'e...
09/08/2022

Waajiri lafa magaala walisooti dhabilee Afooshaa awalchaa ta'aan magaala keesati argaman waliin mariin hirmaachisaa ta'ee rawaate jiraa:- kunis raawwii hojii karooora baraa 2014 fi karooora baraa 2015 irratti fi saamichaa lafaa akkaa dhabatuuf karaa iftominaa qabuun kantibaa magaalaa walisofi Iti gaafatamaan waajiraa lafaa waliin maarii seena qabeesaa gaggessani jiru.
Akkasumaa ummani maarii irrati argaaman hundii maarin kun nuf yeroo jalqabaati haalaa kaanaan waliin iftominaan ni mariyannaa taanaan guddinii magaalaa walisoo harkaa keenyaa keesaa jiraa jechuun miraa gammachuufi kutannoo qabuun dubbachaa turan. Halumaa kanaan kantibaa magaalaa walisoo Obboo Danyaachoo Tashoomai fi Hoogganaa waaliraa lafaa magalaa walisoo Obboo Birhanuu Shantamaaf isin cinaa jiraa waliin magaalaa keenyaa misoomsina jechuun ummaani kun waadaa galaniifi jiru.

04/06/2022

Jijjuuramaa guddatu jira.
Bulchiinsii Waajiraa lafaa magaalaa walisoo Hojimaata badaa dhabamsiisuf rakkoo kennaa tajaajilaa karaa ittii quufinsaa hawasaa mirkaneessuf halkanii guyyaa hojaataa jira. Yeroo ammaa kanaa ogeessotaa akkataa barumsii fi dandeetin isaani wal simachuu danda'utti caasaa bifaa haaran qoratamee irratti rammaddii haaraa gaggeesun ramadee hojii keessa galaa jiraa.akkasumaa rakkowwan kennaa tajaajilaan walqabaatan hiikuf tarkaanfiwwaan barbaachisoo ta'ani fudhachuu fi humnaa dandeeti hojaatotaa cimsuuf leenjiwaanifii mariin korooraa hojii baraa 2015 karaa hojataan haalaa baramaa keessa bahee of qopheessuu danda'un kennamee jira. Karaa biraan raawwi hojii bara 2014 karaa guutu ta'een xinxalaamaa kan jiruufi baraa itti Anuu kanatti lafa qabeenyaa ummaataa ta'ee kanaa karaa iftoominaafi haqaa qabuun bulchuuf kuttano qabuu kan ibsuuf Karaa hundaan ummani kenyaa qabeenyaa isaa kanaa tiksu akka qabuu hubachiifna.

Hojatootni waajjiraa lafaa magalaa walisoo guutun boondii hidhaa haaromsaa guddichaa marsaa 2ffaa bitani jiru.
04/05/2022

Hojatootni waajjiraa lafaa magalaa walisoo guutun boondii hidhaa haaromsaa guddichaa marsaa 2ffaa bitani jiru.

Address

Main Road
Ghion
DDD

Telephone

+251910646496

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waliso Land Administration Office. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waliso Land Administration Office.:

Share