Shaafii umer

Shaafii umer tokkummaa oromoo

17/12/2025

.waa_sadii_ofitti_Amanamummaa_si_dhorku
======================================
1'__saalfachuu Fi dogongora sodaachuu

2'__jeeqa namaa sodaachuu

3'__nama Gammachiisuuf carraaquu.

waa_sadirraa_of_tiksi
//////////////////============
1'__Akka Kee malee Akka namaa ta'uu
2'__ lafa sin madaalle dhaabbachuu
3'__nama kabajuu dhabuu

. waa_sadii_nama_nama_hin_godhu
=================//==/========///
1 hojii malee oduun
2 Dhugaa malee sobuun
3 Gocha malee jechi

iddoo ebbaa olaa uumataa koo qaalii

17/12/2025

Siyaasa Awwaaraa irraa Gara Furmaata Waaraatti Ce'uuf Dirreen Siyaasaa Bal'atee Elaa fi Elaameen Mari'achuu Qabna.

Abaarsii Fi Arrabsoon Hayyootaa fi Dureewwan Saba keenyaatiin Wal irratti Oofamaa Jiru kun Tokkummaa Oromummaa Gara Tokkummaa Gandummaatti Sharafuutti jira.

Dhalli Namaa Waan Mara Baratee hin Uumamne.
Faallaa Isaa Waaqayyoon Dhala Namaa Ennaa Uumu Hunda Dursa Akka baratuuf Barnootatti nu Ajaje.

Kanaafuu Namni Hundi Barachuuf Uumame Jechuudha.
Namni Barachuuf Uumame Immoo Dogoggoraa, Sirreeffachaa...Jireenya Irraa Barachaa, Alangee Jireenyaan dhaanamaa, Kufaa...Ka'aa Jiraata!

Beekaan Rabbi (Uumaa) Qofa!
Waaqayyoon Obsa Isaa nuuf Haa Arjoomu!

Kanaafuu maaloo Si'a tokko Dhaabbannee Egeree Dhaloota keenyaaf Haa Dhimmamnuu!
Borii Keenyaaf Har'uma Haa Mari'annuu!

11/12/2025

Deeggartoota olaanoo haaraa kootiif galata guddaa! Zalkifili Ahimad

27/11/2025

Liverpool 😭😭😭😭😭 eessaa deemtan nudhiiftani

18/11/2025
Oh my God
15/11/2025

Oh my God

03/11/2025

😄
▬▬▬▬▬▬▬▬
⩩ "Guyyaa mindaan siif kenname foon lukkuu nyaatta;

⩩ Gaafa mindaan sun xiqqoo hir'atte immoo oomisha lukkuu (hanqaaquu) nyaatta;

⩩ Yoo mindaan kee xiqqaachaa dhufu immoo nyaata lukkuun nyaattu (boqqolloo, mishingaafaa...) nyaatta;

⩩ Yeroo mindattiin dhumtu, atumti mataan kee lukkuu taatee oliif gadi deemtee yeroo kee fixxa!"😁 😁 Jiruu mindaa!!!

Yoom mul’ata keenyaaf jiraannee ofiifis, maatii keenyaafis, biyya keenyaafis ifa taanaa?

Jireenyi hamma waan addunyaa kana irratti ta'uuf dhalatte taatutti hiika siif hin laattu!

Jireenyi waan hunda sirritti hojjechuu miti. Waan gochuu barbaaddu hojjechuu, nama ta'uu barbaaddu ta'uudha. Mul’ata keef jiraachu jechuudha.

03/11/2025

Seenaa General Huseen Bunee (1998-2004 ALH)qabsaawaa Fincila Baalee keessatti Jeneraal Waaqoo Guutuu wajjin ta'uun lolaa turani. Huseen jecha nafxanyaa qawween hin ajjeftu jedhu kan yeroo sana diinni ittiin ummata Oromoo sodaachisuuf fayyadamu nafxanyoota hedduu ajjeesun soba ta'u ummatatti agarsiisan. Huseen Bunee Godina Baalee aanaa Sawweenaa bakka Goonii Gafarsaatti jedhamutti abbaasaa Daraaraa Godaanaa fi armeesaa Hawwaa Badhaasorraa bara 1898 (ALH) ykn 1904/1905 ALA dhalate. Abbaansaa erga dua'anii booda Huseen Bunee qe'ee abaasaa too'achuuni fi obboleeyyansaa guddisuun dirqamasaa waan tureef kanuma fudhatee socho'aa ture. Yeroo sana manni barumsaa waan hinjirreef, Huseen mana amantii Islaamaa seenee amantii baratee barsiisaa ture. Erga guddatee haadha manaa fuudhee booda, ciminaa fi siyaa'inasaa kan argan bulchiinsa Mootummaa Hayila Sillaaseekeessatti Burqaa godhanii muudan. Adeemsa keessan ciminasaarraa ka'uun gara bakka bu'aa baalabbaataatti ol guddisan. Adeemsa hojii kana keessattis hacuuccaa sirni Nafxanyaa ilamaan Oromoorran ga'u argee aaruu jalqabe.
Walga'ii baalabbaatota Oromo ta'an 18 irratti, Huseen Oromoon sirna nafxanyaa qabsaawu akka qabuu innis kanumaaf qophaawuusaa itti himee isaanif akka isa faana hiriiran gafate. Isaan garu humna maalitiin Hayila Sillaasee lolta, kuni gonkumaa hin ta'u jedhanii didan. Innis akkamitti akkan qabsaawuu Nafxanyaaakka falmu sinittan agarsiisa jedheen.
Itti aansun Huseen Bunee horiisaa keessaa sangoota sagal gurguree qawwee sadi'i bitate qabsoof qophaawe. Obbolootasaa fi namoota biraa muraasa fudhatee bara 1962 ALH qabsoo eegale. Huseen Bunee Gaara Goonirratti qubachuudhan qabsoo finiinse. Namoonni gabrummaan itti hammaate hedduun dhaqanii miseensa waraana Huseen Buneetti makamuu eegalan. Gaara Goonii kan amma Gaara Huseen Bunee jedhamee moggaafame karaan ittiin koran tokko qofa, loltoonni Huseen Bunees gaara kana erga koranii booda loltuun Hayila Sillaasee akka hin seennef hulaa cufani. Yeroo loltuun Hayila Sillaa

28/10/2025

BBB

19/10/2025

Akkuma jirrutti Gabaa jirraa jette_______________

19/10/2025

9 elmanis 90 elmamus Kan Koo qiraacidhuma _____________ jettee
Eenyu akkana jedhe

Address

Ginch'i

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shaafii umer posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Shaafii umer:

Share