07/08/2022
1/12/2014
Wajjiraa Buusaa Gonofaa Damee Aanaa sawwenaa
Guyyaa 30/11/2014 hanga 1/12/2014tii Hawaasaa sababaa hongee miidhamee idilee marsaa 1ffaa bara 2014 Bufataa Miicaa irrattii gandaa 6f gargaramaa 10257tiif qamadii kuntala 1100 gargaramtootaa rabsaamuu Eegale jira.Ganda hafan ittii fufuu
# gargaarsii Namoomaaf , siyaasaa miti.
waan qabnun Buusaa Gonofaa Ummataa kenyaa haa degaaruu!!!!!!!