Michu Media No. 1

Michu Media No. 1 Government Organization

"በአውሮፓ ህብረት እና በኔቶ መካከል ከፍተኛ ልዩነት ተፈጥሯል" — ካጃ ካላስ  | የአውሮፓ ህብረት የውጭ ፖሊሲ ሃላፊ ካጃ ካላስ፣ በአውሮፓ ህብረት እና በሰሜን አትላንቲክ ጦር ቃል ኪዳን ...
02/02/2026

"በአውሮፓ ህብረት እና በኔቶ መካከል ከፍተኛ ልዩነት ተፈጥሯል" — ካጃ ካላስ

| የአውሮፓ ህብረት የውጭ ፖሊሲ ሃላፊ ካጃ ካላስ፣ በአውሮፓ ህብረት እና በሰሜን አትላንቲክ ጦር ቃል ኪዳን ድርጅት (NATO) መካከል ሰፊ የፖሊሲ ልዩነት መፈጠሩን በይፋ አስታወቁ። ይህ መከፋፈል የአህጉሪቱን ደህንነት ለከፍተኛ አደጋ እያጋለጠው መሆኑን ሃላፊዋ በፅኑ አስገንዝበዋል።

የአሜሪካ ሚና እና የጋራ ጦር ውዝግብ
ካላስ በሰጡት መግለጫ፣ አውሮፓ ከአሜሪካ ጋር ያላት ግንኙነት እየላላ መምጣቱን ጠቁመው፣ "አውሮፓን ያማከለ ጦር በሙሉ አደጋ ላይ ነው" ብለዋል። በተለይም አውሮፓ የራሷ የሆነ "የጋራ ጦር" ያስፈልጋታል የሚለውን ሃሳብ በከፍተኛ ሁኔታ ተችተዋል።
የሃላፊዋ ቁልፍ ነጥቦች፦

* የትዕዛዝ ሰንሰለት መደራረብ፦ "የኔቶ አካል ከሆንክ የተናጠል ጦር መመስረት አትችልም፤ ይህ ማን ለማን ትዕዛዝ ይሰጣል የሚል ግራ መጋባትን ይፈጥራል" ሲሉ አስረድተዋል።

* የውሳኔ አሰጣጥ አደጋ፦ በሁለቱ ተቋማት መካከል ያለው ልዩነት "ኳሷ በጠረጴዛው መሃል እንድትሽከረከር" እያደረገ መሆኑንና ይህም በውሳኔ አሰጣጥ ላይ አደገኛ መዘግየት እንደሚፈጥር ገልጸዋል።

የማርክ ሩቴ ማስጠንቀቂያ እና የግሪንላንድ ውጥረት

የኔቶ ዋና ፀሐፊ ማርክ ሩቴ በበኩላቸው፣ ያለ አሜሪካ ድጋፍ የአውሮፓ ደህንነት ሊረጋገጥ እንደማይችል መናገራቸው በአንዳንድ የአውሮፓ አባል ሀገራት ዘንድ ቅሬታን ቀስቅሷል።

ይህ በእንዲህ እንዳለ፣ ፕሬዝዳንት ትራምፕ "አሜሪካ ግሪንላንድን ትጠቀልላለች" የሚል ፍላጎት ማሳየታቸውን ተከትሎ፣ ስምንት የአውሮፓ ህብረት አባል ሀገራት ጦራቸውን ወደ ግሪንላንድ መላካቸው ተሰምቷል። ይህ እርምጃ በአህጉሪቱ እና በአሜሪካ መካከል ያለውን ወታደራዊና ዲፕሎማሲያዊ ፍጥጫ ወደ አዲስ ምዕራፍ እንዳሸጋገረው ተመልክቷል።

🌹 የሆድ ጋዝን (ፈስን) ወደ ጽጌረዳና ቸኮሌት መዓዛ የሚቀይር ክኒን ለገበያ ቀረበ!  | በመጥፎ ሽታ ምክንያት በሰው ፊት መሸማቀቅ ይበቃል! አንድ ፈረንሳዊ የፈጠራ ሰው ለብዙዎች ማህበራዊ ...
27/01/2026

🌹 የሆድ ጋዝን (ፈስን) ወደ ጽጌረዳና ቸኮሌት መዓዛ የሚቀይር ክኒን ለገበያ ቀረበ!

| በመጥፎ ሽታ ምክንያት በሰው ፊት መሸማቀቅ ይበቃል! አንድ ፈረንሳዊ የፈጠራ ሰው ለብዙዎች ማህበራዊ ፈተና የሆነውን የሆድ ጋዝ ሽታ ወደ አስደሳች መዓዛ የሚቀይር አስገራሚ መፍትሄ ይዘው መጥተዋል።

💡 የፈጠራው መነሻ፦

ክርስቲያን ፖይንቼቫል የተባሉት ግለሰብ ይህን የፈጠራ ስራ የጀመሩት ከአመታት በፊት ከጓደኞቻቸው ጋር ከተመገቡት ከባድ እራት በኋላ በተፈጠረ እጅግ መጥፎ ሽታ ምክንያት ነበር። ያ አጋጣሚ "ለምን ሽታውን መቀየር አንችልም?" የሚል ጥያቄ እንዲጭርባቸው አደረገ።

💊 ክኒኑ እንዴት ይሰራል?

"ሉቲን ማሊን" በሚል የንግድ ስም የቀረቡት እነዚህ ክኒኖች ሙሉ በሙሉ ከተፈጥሮ ግብዓቶች የተሰሩ ናቸው።

* ግብዓቶቹ፦ የአትክልት ከሰል፣ ፈንጃል፣ የባህር አረም፣ ብሉቤሪ እና ኮኮዋ ይገኙባቸዋል።

* መዓዛዎች፦ እንደ ምርጫዎ የሆድ ጋዝዎን ሽታ ወደ ጽጌረዳ፣ ቫዮሌት፣ ቸኮሌት ወይም ጅንጅብል መዓዛ ይቀይሩታል።

* አወሳሰድ፦ ለተሻለ ውጤት በቀን ከሁለት እስከ ስድስት ክኒኖችን ከምግብ ጋር መውሰድ ይመከራል።

🐶 ለውሾችም መፍትሄ አለው!
ፈጣሪው ለሰዎች ብቻ ሳይወሰኑ፣ ተመሳሳይ ችግር ላለባቸው የቤት እንስሳት (ውሾች) የሚሆን የዱቄት መፍትሄም አዘጋጅተዋል።

🎁 ተወዳጅ ስጦታ፦

በተለይ በበዓላት ወቅት ሰዎች ይህንን ክኒን ለጓደኞቻቸው እንደ አስቂኝ ስጦታ ስለሚገዟቸው ሽያጩ በከፍተኛ ሁኔታ እንደሚጨምር ተገልጿል። ክኒኑ ዋነኛ ግቡ ችግሩን ማከም ሳይሆን፣ ጋዝ በሚፈጠርበት ወቅት የሚኖረውን መጥፎ ሽታ በመሸፈን መሸማቀቅን ማስቀረት ነው።

?? ‼️Itoophiyaan Eebbisuufi 🇪🇹🫶Pirojektoota Boba’aa fi Gaazii Uumamaa yeroo dheeraaf Ummata Biyya keenya biratti hawwii ...
01/10/2025

?? ‼️
Itoophiyaan Eebbisuufi 🇪🇹🫶

Pirojektoota Boba’aa fi Gaazii Uumamaa yeroo dheeraaf Ummata Biyya keenya biratti hawwii guddaan eegamaa ture Itiyoophiyaan marsaa duraa eebbisiisufi jedhamee👌

Muummichi ministeeraa  Itiyoophiyaa Dr Abiyyi Ahmad Jijjiigaa GalanFulbaana 21, 2018- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Ab...
01/10/2025

Muummichi ministeeraa Itiyoophiyaa Dr Abiyyi Ahmad Jijjiigaa Galan
Fulbaana 21, 2018- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Jigijigaa galaniiru.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo, Ministira Muummee Itti aanaa obbo Tamasgeen Xurunaa, Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaa Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii obbo Adam Faaraah fi hoggantoota olaanoo biroo waliin ta’uun Magaalaa Jigjigaa galuu Waajjirri Ministira Muummee ifoomseera.

Turtii isaaniin hojiilee misoomaa garaagaraa kan daawwatan ta’uunis ibbsameera.

በኦሮሞ ህዝብ ታሪክ ፣ ባህል እና ማንነት ላይ ትኩረት ያደረጉ አራት መጸሐፍት ተመረቁ   | የኦሮሞ ህዝብ እንደሌሎቹ ወንድም ህዝቦች ሁሉ በኢትዮጵያ ሀገርነት ላይ አስተዋጽኦ ያደረገ ታላቅ ...
28/09/2025

በኦሮሞ ህዝብ ታሪክ ፣ ባህል እና ማንነት ላይ ትኩረት ያደረጉ አራት መጸሐፍት ተመረቁ

| የኦሮሞ ህዝብ እንደሌሎቹ ወንድም ህዝቦች ሁሉ በኢትዮጵያ ሀገርነት ላይ አስተዋጽኦ ያደረገ ታላቅ ህዝብ ነው።ይህ የሀገር የማንነት መዝገብ ውስጥ በወርቃማ ብዕር ተጽፎ ያለ እውነት ነው።

ህዝብ ሀገር በምትባል ጣሪያ ስር ሲኖሩ አንዱ ብሔር ከአንዱ ሳይበልጥ፤ሳያንስም ጭምር ተከብሮ ይኖር ዘንድ ያስፈልጋል።

ታድያ ይሄኑኑ ምልከታ የሚያጠናክሩ በኦሮሞ ህዝብ ታሪክ ፣ ባህል እና ማንነት ላይ ትኩረት ያደረጉ አራት መጸሐፍት የተሰናዱ ሲሆን ዛሬ ለንባብ በቅተዋል።

የተከበሩ የኦሮሚያ ፕሬዝዳንት አቶ ሸመልስ አብዲሳን ጨምሮ ጥሪ የተደረገላቸው እንግዶች በአራቱ ጣምራ መጽሐፍት ምረቃ ላይ የተገኙ ሲሆን መጽሐፍቶቹ የኦሮሞን አጠቃላይ ታሪክ ፣ ባህል እና ማንነት የሰነዱ መጽሐፍ ተብሏል።

በሶስት ቋንቋዎች ለንባብ የበቃው ፊንፊኔ ትናንት እና ዛሬ የተሰኝው መፅሐፍ የኦሮሞ ህዝብ በማንነቱ ፊንፊኔን ጨምሮ በየትኛውም የአገሪቱ አከባቢዎች ተከብሮ በእኩልነት ይኖር ዘንድ የተገባ መሆኑን የሚያትት ሲሆን ከትናንት ዛሬ በርካታ ነገሮች መሻሻላቸውን ይገልፃል።

በ14 ምሁራን ተዘጋጅቶ በኦሮሞ የምርምር ማህበር የህትመት ብርሃን ለማየት የበቁት መጽሐፍት ከስር የተዘረዘሩት ሲሆኑ ከዛሬ ጀምሮ ገበያ ላይ ውለዋል ተብሏል።

1. Finfinnee Past and Present, (English, Afan Oromoo, Amharic)

2. A Partially Annotated Bibliography of Oromoo

3. In search of Knowledge: some issues and Perspective on Oromo studies

4. The Gada system of Governance (Seera Caffee Oromoo)

በምረቃው መርሃ ግብር ላይ ንግግር ያደረጉት የኦሮሚያው ፕሬዝዳንት አቶ ሽመልስ አብዲሳ ''የኦሮሞ ምሁራንን የሚጽፏቸው መጽሐፍት ከማሳተም ጀምሮ የተለያዩ ድጋፎች እናደርጋለን፤ '' ብለዋል።

በተጨማሪም ከአቶ ሽመልስ እጅ ለቁቤ አስተዋጽኦ ያደረጉ የሀገር ሽማግሌ 250 ሺ ብር የገንዘብ ስጦታ የተበረከተላቸው ሲሆን ለመጽሐፍቱ ህትመት አስተዋጽኦ ያደረጉ የተለያዩ ግለሰቦችን አና ተቋማትን የምስክር ወረቀት አና ዋንጫ ተሸልመዋል።

  ‼️Qilleensi Ertiraa to'annoo humna qilleensa Itiyoophiyaa jalatti argama.Itiyoophiyaan ittisa missaa'ela hammayyaa kan...
28/09/2025

‼️
Qilleensi Ertiraa to'annoo humna qilleensa Itiyoophiyaa jalatti argama.
Itiyoophiyaan ittisa missaa'ela hammayyaa kan Faransaay fi Raashiyaan hojjatame dirqama itti aanuf iddoo ammaaf maqaan hin dhahamneetti dhaabde dirqamoota biyyummaa itti aanuf qophii barbaachisu hunda gochuu irratti argamti.

  Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa Faannoon 750 ol kan ta'an biyyoo arrabuun dhagahamee jira. Finxaaleyyiin Faannoo 750 ...
28/09/2025


Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa Faannoon 750 ol kan ta'an biyyoo arrabuun dhagahamee jira. Finxaaleyyiin Faannoo 750 ol kan ta'an tarkaanfii laalleessaa Raayyaan Ittisa Biyyaa fudhateen ajjeeffamani jiru. Gara 436 ol booji'uun danda'aameera

Guyyootan darban keessa Finxaaleyyiin Faannoo Kibba Walloo irraa gandoota kanneen akka Saanqaafi gandoota Waldiyaa jala jiran to'anne jechuun oduu hafarsaa turan. Har'a bool'aati seenuun achumatti hafte jirti

Yeroo amma Jawwisaan lubbuun hafte manneen Amantaa,Hospitaala fi manneen yaala fayyaa keessatti dhokachaa jiraachuun dhagahaame jira. Injifannoon itti fufaa . Chalew💪

👉WMO : Baalee 🙏🙏🙏Waldaan Misooma Oromiyaa Damee Godina Baalee Barataa Kaalid Bashiir qormaata seensa Yuunivarsiitii kuta...
28/09/2025

👉WMO : Baalee 🙏🙏🙏
Waldaan Misooma Oromiyaa Damee Godina Baalee Barataa Kaalid Bashiir qormaata seensa Yuunivarsiitii kutaa 12ffaa akka biyyaatti qabxii 591/600 galmeessiseef badhaasa Qarshii 250,000 kenne.

‎Godina Baaletti Waldaan Misooma Oromiyaa Damee Godina Baalee Barataa Mana Barumsa Ifa Boruu Bultii Addaa Dodolaa Kaalid Bashiir qormaata Seensa Yuunivarsiitii kutaa 12ffaa akka biyyaatti qabxii 591 galmeessef Badhaasa qarshii 250,000 (Kuma dhibba lamaaf kuma shantam) Bakka Itti gaafatamaa WMO Damee Godina Baalee Obbo Maasrasha Tolaa argamanitti Barataa Kaalid Bashiiriif kennee jira.

‎Barataan Kaalid Bashiir Magaalaa Roobee Baalee Kutaa Magaalaa Goobbaatti kan dhalate yoo ta'u, Mana Barumsa Ifa Boruu Bultii addaa Dodolaatti baratee qormaata seensa Yuunivarsiitii kutaa 12ffaa akka biyyaatti qabxii 591/600 galmeesisuun barataa raajii hojjeteedha.

‎Waldaan Misooma Oromiyaa waldaa Oromoof oromootan dhaabbatee, waldaa qaroo uummata keenyaa ta'ee yeroo ammaa kana hojiiwwan misoomaa uummata keenya mataa olqabachiisan hedduu hojjetaa jiraachu kan himan Obbo Maasrashaan Barata Kaalid Bashiir akka biyyaatti qabxii ol'aanaa galmeessiseef badhaasa kennuun dhaloota itti aanuuf abdii horuudha jedhan.

‎Barataa Kaalid Bashiir gama isaatin Waldaan Misooma Oromiyaa Damee godina Baalee sagantaa miidhagaa akkanaa qopheessuun badhaasa maallaqaa kennuufii isaa galateeffachuun badhaasichi naaf kennames fuulduraaf cimee akka hojjedhuuf haamilee kan natti horudha jedhe.




 Raawwii Hojii yeroo yeroon Ilaalaa deemuun milkaa'ina hojii Itti aanuuf nu gargaara.===============================Godi...
26/09/2025


Raawwii Hojii yeroo yeroon Ilaalaa deemuun milkaa'ina hojii Itti aanuuf nu gargaara.
===============================
Godina Baaleetti Waltajjiin gamaaggama raawwii hojii Paartii fi Mootummaa haga ammaa jiru qoratamaa jira.

‎Raawwiin hojii keenyaa fedhii fi faayidaa uummataa dhugoomsuudhaan Imala Badhaadhina ittii fufsiisuuf kutannoon hojjatamuu qaba
‎::::::::::::::::::::::::::::;;;
‎Raawwii hojii yeroo yeroon gamaggamaa deemuun raawwii karooraa saffisiisuu bira darbee hanqinoota mul'atan maksuun rakkoo bulchiinsa gaarii hir’isuufi tajaajila si’ataa, haqa qabeessaafi qulqulluu hawaasa biraan gahuun fayyadamummaa hawaasaa qixa barbaadameen mirkaneessuu keessatti shoora olaanaa qaba.

Gamaaggamichi bakka Bulchaa Bulchiinsa Godina Baalee Obbo Abdulhakiim Aliyyii fi Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Godina Baalee Obbo Birhaanuu Arfaasaa argamanitti gaggeeffamaa jira.

Gamaaggama kanaanis ciminoota turan itti fufsiisaa, hanqinoota turan fooyyessaa,akkasumas kallattiin hojii itti aanuu ni kaahama.

  Paartiin Badhaadhinaa Damee Aanaa Daawwee Sarar barbaachisummaa hojiitiif Muudama Hoggansa Sekteroota Aanichaa gaggees...
23/09/2025



Paartiin Badhaadhinaa Damee Aanaa Daawwee Sarar barbaachisummaa hojiitiif Muudama Hoggansa Sekteroota Aanichaa gaggeesse.

1.Obbo Ayyaanoo Waaqoo I/G Waaj. Bulchiinsaa
2.Obboo Arab Hasan I/G Waajjira Galiiwwanii
3.Obboo Ibraahim Olaad I/G Waajjira Daandii fi Loojistikii
4.Obboo Milkeessa Gammachiis I/G Waajjira Fayyaa
5..Obboo Hasan Mohammad Isaq I/G Buusaa Gonofaa
6..Obboo Jamaal Hasan Isaaq I/G Waajjira Daldalaa,CHU fi Investment
7.Obboo Taganuu Yofraaw I/G Waajjira Bishaan Albuudaa fi Inarjii
8.Obboo Xaahir Daaluu : I/G Waajjira Barnootaa
9..Obboo: Mahmud Muktaar I/G Waajjira Maallaqaa
10.Obboo Shukroo Amaan I/G Gurmuu Dargaggootaa
11.Aadde Bilqiisaa Abdujabbaar: IG Gurmaa'insa Ummataa
12.Obbo Sh Xaahir Said: I/G Waajjira Nagaa fi Miilishaa
13.Obbboo Mohammad Xayyib Seeyifuddiin : I/G Hayyootaa
14.Obboo Aliyyii Abdulqadir : I/G Sab-Qunnamti fi Yaada Ummataa
15.Aadde Timiraa Xaahir IG Gurmuu Dubartootaa
16.Obboo Ahmad Yuusuf IG KIN
17.Adde Halimaa Huseen IA KIN
18.Obboo Muktaar Muusaa IG Waajjira Af-yaa'ii

  HaaraaPaartiin Badhaadhinaa Damee Godina Arsii barbaachisummaa hojiitiif Muudama Hoggansa Sekteroota godinichaa gaggee...
23/09/2025

Haaraa

Paartiin Badhaadhinaa Damee Godina Arsii barbaachisummaa hojiitiif Muudama Hoggansa Sekteroota godinichaa gaggeesse.

1. Obbo Kadiir Hirphoo: I/G Waaj. Lafaa
2. Obbo Muhaammad Abdurhamaan: I/G Waaj. Bulchiinsaa
3. Obbo Aadam Sa'id: I/G Waaj. Geejjibaa
4. Obbo Kadiir Turaa: I/G Waaj. WHG
5. Obbo Gannaa Muhaammad: I/G Waaj. Misooma Jallisii
6. Aaddee Makkoo Kadiir: I/G Waaj. Waaj. Dhim. Dub. fi Daa'immanii
7. Aaddee Gannat Makkataa: I/G Waaj. KM
8. Obbo Siyyum Baqqalaa: I/G Waaj. Investimantii fi Industirii
9. Obbo Ibraahim Qaasoo: I/G Waa. Qonnaa
10. Obbo Isheetuu Minduu: I/G Waaj. PSMQN
11. Aaddee Zamzam Shaalloo: I/G Waaj. Galiiwwanii
12. Obbo Abdulkariim Muhaammad: I/G Waaj. Daandii fi Loojistikii
13. Obbo Sulxaan Hamdinoo: I/G Waaj. Fayyaa
14. Aaddee Anchiwunesh Taammiru: I/G Waaj. Albuudaa
15. Obbo Kadiir Usmaan: I/G Waaj. Dh/Hoj. Hawaasummaa
16. Obbo Hirphaa Tashoomaa: I/G Buusaa Gonofaa
17. Obbo Abbaas Abdurroo: I/G Waaj. MMM
18. Obbo Warqinaa Dirribaa: I/G Waaj. Daldalaa
19. Obbo Asnaaqaa Tasfaayee: I/G Waaj. Bishaanii
20. Obbo Gabii Hirphoo: I/G Galmeessa Siivilii
21. Aaddee Baliyyuu Jireenyaa: I/G Waaj. Eegumsa Naannoo
22. Obbo Ahmad Huseen: I/G Waaj. Barnootaa
23. Obbo Huseen Abdallaa: I/G Waaj. CHUO
24. Obbo Gishaa Kabbadaa: I/G Waaj. Maallaqaa
25. Aaddee Kulsumaa Muhaammad: I/G Gurmuu Dubartootaa
26. Obbo Urgeessaa Eda'oo: I/G Waaj. Aadaa fi Turizimii
27. Obbo Sintaayyoo Xilahuun: I/G Waaj. Bul. fi Nageenyaa
28. Obbo Sulxaan Fatoo: I/G Konistiraakshinii
29. Obbo Abbaay Yilmaa: I/G Waaj. Kominikeeshinii
30. Obbo Gaashaw Dajanee: I/G Waaj. Milishaa
31. Obbo Kamaal Huseen: I/G Waaj. Dar. fi Ispoortii
32. Obbo Charinnat Aynaalam: I/G Hayyootaa
33. Obbo Soorii Wagii: I/G SQYU
34. Aaddee Masarat Taaddasaa: I/G Faayinaansii Paartii
35. Obbo Tashoomaa Hurrisaa: I/G Qaj. Koolleejjii
36. Obbo Qaasim Tusii: I/A Waaj. Barnootaa
37. Aaddee Fayyisee Baqqalaa: I/A Waaj. Barnootaa
38. Obbo Yoseef Tolaa: I/A Waaj. Qonnaa
39. Aaddee Ruqiyaa Kadiir:I/A waj

Address

Goba

Telephone

+251921707510

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Michu Media No. 1 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share