Gumbichu Communication/GC /

Gumbichu Communication/GC / Gumbichu is the most productive woreda.
(9)

  Fulla'aan Akka Jiraatuuf Nageenyaan Ofdanda'uun Murteessaadha. Obbo Masfin Kabbitee.=======
05/09/2026

Fulla'aan Akka Jiraatuuf Nageenyaan Ofdanda'uun Murteessaadha. Obbo Masfin Kabbitee.
=======

05/09/2026
04/09/2026
  Misooma_Amansiisaa Itti Fufsiisuun Qaama Waadaa Gochatti Hiikanii Fi Hiikaa Jiran Keessaa Isaan Ijoodha.==============...
04/09/2026

Misooma_Amansiisaa Itti Fufsiisuun Qaama Waadaa Gochatti Hiikanii Fi Hiikaa Jiran Keessaa Isaan Ijoodha.
==================
Nageenya Ummataa Dadhabbii Fi Nuuffii Tokko Malee Roga Maraan Tiksuun Nageenyi Waarawaan Lafa Qabatee Hawaasni Rakkoo Nageenya Tokko Malee Hojjii Missoomaa Irratti Bobba'ee Akka Galee Fi Guddinni Biyyaa Akka Itti Fufuuf Milishaan Keenya Gahee Bahaa Jiru.
=================
Bulchaan Aanaa Gumbichuu Obbo Masfin Kabbitee Milishoonni Keenya Wabii Nageenya Ummataa Fi Misooma Amansiisaa Biyya Keenyaati Kan Jedhan Milishaan Aanaalee Godina Keenyaa Keessaa Dirqamni Hojjii Nageenya Ummataa Tiksuu Fi Hojjiileen Misoomaa Akka Itti Fufaniif Isinitti Kennamee Aanaa Gumbichuu Keessatti Nageenya Waaressuun Hojjii Misooma Itti Fufsiisuu Keessaniif Galatoomaa Jechuun Qe'ee Isaanitti Nagaan Akka Galanii Fi Achittis Nageenya Ummata Isaanii Akka Eegan Dhaamanii Jiru.
============

04/09/2026

.

  Diinagdee Biyyaatiif Murteessaadha.========>>>======Damee Turuziimii Babal'isuun DiinagdeeGabbataa Fooyyee Qabu Uumuu ...
03/09/2026

Diinagdee Biyyaatiif Murteessaadha.
========>>>======
Damee Turuziimii Babal'isuun Diinagdee
Gabbataa Fooyyee Qabu Uumuu Bira
Darbee Walitti Hidhamiinsa Hariiroo
hawaasummaa Idil-Addunyaa Cimaa
Ta'e Kan Qabu, Tokkummaa Fi jaalala
Kan Horatu, Akkasumas Madda Galii Biyyaa Kan Uumuudha.
==========>=======
Hagayya 28/2018 Godina Shawaa Bahaa Aanaa Gumbichuu Ganda Tulluu Farraa Fi Qunxushillee Hamaa Gidduutti Iddoon Hawwata Turuzimii Misoomee Jiru Bulchaa Godina Sh/Bahaa Obbo Abbaabbuu Waaqoo, IG Waajjira Qonnaa Godina Sh/Bahaa Obbo Masfin Tashoomaa Fi Bulchaa Aanaa Gumbichuu Obbo Masfin Kabbitee Daawwatan.

‎ ; Itti gaafatamummaa hunda keenyaa ti!‎___________________________________‎Godina Shawaa Bahaa, Aanaa Gumbichuutti, Ba...
03/09/2026

‎ ; Itti gaafatamummaa hunda keenyaa ti!
‎___________________________________
‎Godina Shawaa Bahaa, Aanaa Gumbichuutti, Bakka Bulchaan Aanaa, Ajajaan Poolisii, Hooggansi Aanaa, Bulchitoonni Gandootaa, Qaamoleen Nageenyaa fi Milishaan Gandootaa argamanitti dhimma nageenyaa irratti mariin bal’aan gaggeeffame.

‎Mariin kun haala nageenyaa yeroo ammaa gamaaggamuun, nageenya uummataa cimsuu, yakka ittisuu, odeeffannoo hatattamaan wal jijjiiruu fi nageenya waaraa mirkaneessuuf kallattii hojii ifaan kaa’uun xumurame.

Address

Chafe Donsa
Gumbichu

Telephone

+251224510023

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gumbichu Communication/GC / posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Gumbichu Communication/GC /:

Shortcuts

Share