Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Gursum

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Gursum Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Gursum, Government Website, Gursum Ethiopua, Gursum.

Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Gursum Gaafa Guyyaa 26/12/2018 Magaalaa Funyaan Biratti Hubannoo seeraa biroosharii maxans...
01/09/2026

Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Gursum Gaafa Guyyaa 26/12/2018 Magaalaa Funyaan Biratti Hubannoo seeraa biroosharii maxansuudhaan mana manatti mata dureewwaan:-
1. Adabbii Yakkaa Ragaan Sobaa hordofsiisu
2. Miidhaa Daa'immanii fi Dubartoota irratti raawwataman adabbii yakkaa hordofsiisan.
3. Daldalli Seeraan Alaa Adabbii Yakkaa hordofsiisu.
4. Gibiraa fi Taksii Bu'uura seeraatiin kafaluu dhabuun adabbii yakkaa hordofsiisu irratti biroosharii qopheessuun hawaasa Magaalaa Funyaan Bira fi Naannawa isirraa gabaa dhufataniif rabsuun kennee jira.

Ulfaadha
01/09/2026

Ulfaadha

Simannaa Waancaa Waajjira Abbaa Alangaa  Godina Harargee Bahaa Haramaayaatti🏆
31/08/2026

Simannaa Waancaa Waajjira Abbaa Alangaa Godina Harargee Bahaa Haramaayaatti🏆

Simannaa Waancaa Waajjira Abbaa Alangaa Godina Harargee Bahaa Aanaa Qarsaatti🏆
31/08/2026

Simannaa Waancaa Waajjira Abbaa Alangaa Godina Harargee Bahaa Aanaa Qarsaatti🏆

Magaalaa Calanqoo
31/08/2026

Magaalaa Calanqoo

31/08/2026

Hawaasa Aanaa Qarsaa fi Qaamoleen Mootummaa Adda Addaa Galatoomaa!!!!

Magaalaa Qobboo
31/08/2026

Magaalaa Qobboo

Gooroo Guutuu
31/08/2026

Gooroo Guutuu

Address

Gursum Ethiopua
Gursum

Telephone

+251257720453

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Gursum posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share