31/08/2026
DUULA ARJOOMA DHIIGA
Hawaasa Hospitaala Barsiissummaa Yuunivarsiitii Bulee Horaa fi Miseensota Hundaaf
Akka Waggaa Haaraa simachuuf dhihaachaa jiruutti, dhiiga keenya arjoomuun lubbuu waliin haa baraarru!
📅 Guyyoota: 28/12/2018 -02/13/2018
🎯 Galma Walii-Galaa Keenya: Yuuniitii 1,300! ( Yuuniitii 200!!)
💪 Dhiigni Kee Lubbuu Baraaruu!
🤝 Waliin ta'uun haa milkeessinu!
📲 Galmeeffachuuf:
Maqaa keessan karaa SMS ykn Telegram lakkoofsa kanaan ergaa: 0911 596 223
📢 Tola-oltotaaf hiraa