11/07/2025
★ !!
"በጎነት ለእትዮጵያ ከፍታ"
★ Ol Ka'iinsa Itoophiyaaf"‼ 🇪🇹
Tola Oltummaa Ol Ka'iinsa Itoophiyaa Dhaadannoo Jedhuun Qopheessummaa Gurmuu Dargaggoota Paartii Badhaadhinaa Muummeefi Naannoo Oromiyaatiin Godina Harargee Bahaa Magaalaa Baabbileetti gaggeeffamaa ooleera.
Sosochii Tajaajila Lammummaa Gannaa Dargaggootaa Cimsuufii Dargaggoota Duudhaa Ganamaa Namummaa Irratti Ijaarametti Deebisuuf kan Kaayyeeffate Hoggaa tahu,Hojiiwwan Tajaajila Lammummaa Garaagaraa Jalqabsiifamaniiru.Arjoomni Dhiigaa,Ijaarsi Mana Haadhaa,Deeggarsi Meeshaalee Barnootaafi Barnoota Gannaatiin kan gaggeeffamu hojiin baruu barsiisuu keessatti argamu.
Sagantaa Kana irratti Obbo Sadarkaa Deetaa Ministeraatti Itti Aanaan Ijaarsa Aadaa Dimokraasii Paartii Badhaadhinaa, I/A Pirezdaantii fi Itti Gaafatamtuun Waajjira Gurmuu Dargaggoota Paartii Badhaadhinaa Muummee Aadde ,Dargaggoo Itti Gaafatamaan Gurmuu Dargaggoota Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa, Miseensi Mana Marii Paartii Badhaadhinaafii Bulchaan Godina Harargee Bahaa Aadde Miski Mohammed ,Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Godina Harargee Bahaa Obbo Habtamu Tasfaye Akkasumas Hoggantoota Waajjira Gurmuu Dargaggoota Naannoolee Itoophiyaa fi Federaalaa Hanga Magaalaatti Hoggansi sadarkaan jiru argamuudhaan saganticha miidhagsaniiru.
Oromia,Ethiopia 🇪🇹
Oromia Prosperity Party / OPP /
Badhaadhiina Damee Hararghee Bahaa
Bulchinsa Godina Harargee Bahaa
Kominikeeshinii Harargee Bahaa
East Hararghe Prosperity YouthWing