East Hararge Zone Water & Energy Office

East Hararge Zone Water & Energy Office Fuulli Feesbuukaa kun kan waajjira bishaanii fi inarjii godina harargee bahaati.

Odeeffannoo weeytaawaa haala bishaanii fi inarjii haaromfaa godina keenyaa yero yeroon asirratti ummata keenyaaf qoodaati deemna.

27/05/2026
18/05/2026

Ummata Dheebote Bishaan Obaasuun Caala wantii Nama gamaachisu hin jiru!

04/04/2026

Bishaan Bishaan

18/03/2026

Haala Walii Gala Misiimaafi Hawasummaa Godinichaa irratti Kan Hojjetame.

WBIGHB Guraandhala 11, 2018Magaalaa Baabbile !Godina Harargee Bahaatti rakkoo bishaan dhugaatii Magaalaa Baabbilee hiiku...
19/02/2026

WBIGHB Guraandhala 11, 2018
Magaalaa Baabbile !

Godina Harargee Bahaatti rakkoo bishaan dhugaatii Magaalaa Baabbilee hiikuudhaaf Qorannoo Bishaan Dhugaatii gaggeeffamaa jiru sadarkaa irra ga'e ilaaludhaaf Koreen supervision sadarkaa Biiroo Bishaan fi Inarjii Oromiyaa irraa dhufan guyyaa arraa sadarkaa qorannoon irraa jirtu erga ilaallani booda, Itti Gaafatamaa Wajjiraa Bishaan fi Inarjii godina Harargee Baha Engineer Jemal Hassan, akkasumas Kantiibaan Magaalaa Baabbilee Kab. Obbo Ahmadnajjash Mahaammad argamanitti Koree Godinaa, Bulchiinsa Magaalaa fi Gorsaa waliin mari'achuudhaan qorannichi qulqullinaa fi yeroo qabameef keessatti akka xumuramu qaamni hundi gahee isarraa eeggamu akka bahachuu qabu kallattii kaayanii jiruu.

Address

Harar

Telephone

+251910531390

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when East Hararge Zone Water & Energy Office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share