Waajjira Abbaa Alangaa Godina Harargee Bahaa

Waajjira Abbaa Alangaa Godina Harargee Bahaa Waajjirri Keenya Hojiilee Gurguddoo 4 Labsiin kennamaniif 1. Seeraafi Sirna Heeraa kabachiisuu, 2. Ol’aantummaa Seeraa kabachiisuu, 3.
(2)

Seera Yakkaa kabachiisuufi 4. Dantaa Hariiroo Hawaasaa Mootummaafi Ummata Godinichaa kabachiisuuf Haqaan Haqaaf Hojjata.

07/08/2026
Waajjirri Abbaa Alangaa Godina Harargee Bahaa Maatii Abbaa Seeraa wareegameef deeggarsa Maallaqaa taasise  30/2018Godina...
06/08/2026

Waajjirri Abbaa Alangaa Godina Harargee Bahaa Maatii Abbaa Seeraa wareegameef deeggarsa Maallaqaa taasise

30/2018

Godina Shawaa lixaa Aanaa walmaraatti Abbaan seeraa Adde Warkee Fakkansaa Sababa Falmii dhimma Maatii irraa ka'een Abbaan dhimma dhaddacha irratti itti dhukaasuun ajjeefamuun isaanii ni beekkama
Abbaan seeraa ajjeeffaman Adde warqeen haadha ijoolleeti kanaaf Waajjirri Abbaa Alangaa Godina Harargee Bahaas Deeggarsa Maatii isheef ykn ijoollee isheetiif taasifamu keessa hin hafnu jechuun deeggarsa Maallaqaa xiqqaatuus Qarshii 32,000 (kuma soddomii lama) lakk herregaa deeggarsa Maatii isheef baname irratti galchee jira.

06/08/2026
04/08/2026
03/08/2026
03/08/2026
03/08/2026

Address

Harar

Opening Hours

Monday 08:30 - 17:30
Tuesday 08:30 - 17:30
Wednesday 08:30 - 17:30
Thursday 08:30 - 17:30
Friday 08:30 - 17:30

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Abbaa Alangaa Godina Harargee Bahaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share